Browsing Category
Uncategorized
Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa dheereffame
Fimfinnee, Bitootessa 3, 2017(FMC) - Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa hanga Bitootessa 20/2017tti dheereffamuu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Isilaamummaa…
Ministirri Haqaa Rippaabliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaaf Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Haqaa Rippabiliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
He Rong jila isaanii waliin wayita buufata…
Dooktar Abiy keessummoota Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf dhufaniin baga nagaan…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad keessummoota Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniin baga nagaan dhuftan…
Yaa’ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif mata duree 'Waadaa hanga aadeffannaatti' jedhuun taa'amaa ture xumurameera.
Yaa'iichi ibsa…
Jiidhinsi giddugaleessi Baatii Amajjii keessa jiraatu qabeenya Bishaaniif faayidaa qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Jiidhinsi giddugaleessi Guyyoottan 11 itti aanaan keessa jiraatu qabeenya Bishaaniif gumaacha olaanaa kan qabu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) –Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’ataniiru.
Jila Paarlaamaa Iraan Af Yaa’ii Mana Maree…
Uummatatti dhiyaachuun tajaajila kennamaa jiruun qisaasama qabeenyaafi yeroo hambisuun danda’amuu…
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Uummatatti dhiyaachuun tajaajila kennamaa jiruun qisaasama qabeenyaafi yeroo hambisuun danda’amuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Naannoo…
Chaayinaatti Kirkira Lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’aanii 126 qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Kibba Lixa Chaayinaa kutaa bulchiinsa Tiibeetiitti Kirkira Lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’aanii 126 yoo qaqqabu, namoota 188 irra miidhaan qaamaa gahuu…
Kutaa Magaalaa Sulultaatti hoggantoonni maqaa Misoomaan maallaqa walitti qabuun dhimma dhuunfaaf…
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti hoggantoonni Aanaa Wasarbii maqaa Misoomaan Birrii miiliyoona 3 ol ummatarraa walitti qabuun faayidaa dhuunfaaf oolchan adabbii…
Gamoon ammayyaa dhaabbii Konkolaattootaa Doolaara miiliyoona 22 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Gamoo ammayyaa dhaabbii Konkolaattootaa Doolaara miiliyoona 22 ijaarsise eebbisise.
Gamoon abbaa darbii 8 kun…