Browsing Category
Uncategorized
Mootummaan keenya fagoo yaadee kan karoorsu, uummatasaa qindeessee hojjetee kan milkeessu –…
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa guyyoota shanan Cichoominaa ilaalchisee ibsa kenneera.
Guutuun ibsichaa haala armaan gadiin dhiyaateera.
Jalqabbii…
Dooktar Abiy ergaa baga Ayyaana Mawuliidaa geessanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga Ayyaana Mawuliidaa waggaa kuma 1f 500ffaan geessanii dabarsan.
Ayyaana hangafoota keenyaa kan…
Itiyoo- Telekoom lakkoofsa maamiltoota isaa gara miiliyoona 88’tti guddisuuf karoorse
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC)- Itiyoo- Telekoom bara baajataa kanatti lakkoofsa maamiltoota isaa miiliyoona 83 fi kuma 200 irraa gara miiliyoona 88'tti guddisuuf karoorse.
Dhaabbatichi…
Ganamaa eegalee hanga ammaatti Biqiltuuwwan miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 3 dhaabaman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuuwwan miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 3 dhaabaman.
Namoonni…
Magaalichaatti bara baajataa 2017 Piroojektoonni barnootaa 150 Birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2017 Piroojektoonni barnootaa 150 Birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman tajaajilaaf banaa ta’an jedhe bulchiinsi…
Gamaaggamni Karoora misooma biyyaalessaa bara 2018 eegalame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Gamaaggamni Karoora misooma biyyaalessaa bara 2018 bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamuu eegale.
Ministeera…
Raafiinii, taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen bara kanaa
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Taphataan fuulduraa garee Kaataaloon fi lammiin Biraazil Rafiinihaa taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen bara 2024/25 ta’uun filatameera.
Rafiinihaan bara…
Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa( Iid Al Adahaa) 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Duudhaaleen lama…
Afrikaatti hiyyummaa fi hojii dhabdummaa hir’isuuf murannoo qabatamaatu barbaachisa – Af…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC ) - Afrikaatti hiyyummaa, hoji dhabdummaa fi loogummaa hir'isuuf biyyootarraa murannoo qabatamaa fi tumsi cimaan kan barbaachisu ta'uu Afyaa’iin Mana Maree…
Birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Hojii ittisa malaamaltummaa ariifataan qabeenya uummataa fi moorummaa birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun akka danda'ame Komiishiniin…