Browsing Category
Uncategorized
Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan afur to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Poolisiin…
Qophiin marii Daldala Addunyaa Jeeneevaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Gareen Hoggantoota Olaanoo Mootummaa Itiyoophiyaa qophii marii Daldala Addunyaa Jeeneevaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.
Walga’ii Hojii Garee…
Humna elektirikaa adda cite deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira – Tajaajila Elektirikaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Humna Elektirikaa guutuu biyyattiitti adda cite deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.
Maddawwan…
Guyyaan Turizimii Addunyaa Oromiyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa kan bara 2017 sadarkaa Oromiyaatti mata duree “Nageenyaa fi Turizimii” jedhuun Godina Arsiitti kabajamaa jiraachuun ibsame.…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 294 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)-Meeshaaleen Kontiroobaandii Biirri miiliyoona 294 olitti tilmaaman to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii fi to’annoo…
Hospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Nageellee Arsii barattoota barsiisaa ture 317…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Hospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Nageellee Arsii barattoota Ogummaa Fayyaan digirii 3ffaa, digiirii 2ffaa fi digirii jalqabaan barsiisaa…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Fooramii Tumsa Raashiyaa Afrikaarratti hirmaatte
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Fooramii Tumsa Raashiyaa Afrikaarratti hirmaatte.
Yaa’icharratti, Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Qabeenya Umamaa jiru misoomsaa Itiyoophiyaa ni guddisna-Obbo Awwal Arbaa
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Qabeenya Uumamaa jiru gara misoomaatti jijjiiruun Itiyoophiyaa ni guddisna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan
Keessumaa bakkeewwan…
Hojiin haaromsaa fi babal’isa Hospitaala Poolisii Itiyoophiyaa xumurame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Hojiin haaromsaa fi pirojektii babal’isa Hospitaala Poolisii Itiyoophiyaa xumuramuun tajaajilaaf baname.
Hospitaalli Poolisii Itiyoophiyaa waggoota 61…
Mul’atni keenya badhaadhinaan kan hogganamudha-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Mul’atni keenya badhaadhinaan kan hogganamuudha jedhan Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna…