Browsing Category
Uncategorized
Miidhaginni uumamaa Haroo Basaqaa ifa ba’e bu’aa cichoominaa fi tarkaanfii kaayyoorraa maddeeti-Pir.…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Miidhaginni umamaa Haroo Basaqaa ifa ba’e bu’aa cichoomina mul’ata biyyaa hinreeqqifnee fi tarkaanfii kaayyoorra maddeeti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii Ugaandaa fi Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Ugaandaa Jeneraal Odongo Jeje Abubakar fi Ministira Dhimma Alaa…
Nageenya naannichaa wareessuuf hojiin hojjetamaa jiru bu’aa fidaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Nageenya wareessuuf hojiin hojjetamaa jiru bu’aa fidaa jiraachuu Koreen Dhaabbii Dhimma Bulchiinsa, Seeraafi Misooma Namaa…
Irreechi Hora Haroo Wancii kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) –Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wanciitti Irreechi Hora Haroo Wancii kabajamaa jiraachuun ibsame.
Abbaan Malkaa, Maanguddoonni, Haadholiin…
Irreechi falaasama Oromoon humna uumaa isaa ittiin ibsu, uumama dachee ittiin leellifatu, iccitii…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsaniiru.
Irreechi falaasama Oromoon humna uumaa…
Dooktar Abiy Ahimad simannaa Pireezidaantiin Chaayinaa taasiisaniif galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing taasiisaniif galateeffataniiru.
Chaayinaan deeggarsa adda…
Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa lammiilee Godina Goofaatti sigiga lafaan miidhamaniif…
Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa lammiilee Godina Goofaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi mallaqaa Birrii miiliyoona 20tti…
Manneen Murtii Aadaa baasii abbootii dhimmaa Birrii biiliyoona 2 ol hambisuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Manneen Murtii Aadaan dhimmoonni furaman baasii Birrii biliyoona 2 ol hambisuu Manni Murtii Waliigalaa Ooromiyaa ibseera.
Bara baajataa 2016tti…
Sosochiin barnootaa sadarkaa naannoo ‘barnoota dhalootaaf ‘jedhu magaalaa Bahirdaaritti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Biiroon Barnootaa Naannoo Amaaraa Sosochii barnootaa mata duree ‘barnoota dhalootaaf ‘jedhuun magaalaa Bahirdaaritti gaggeessaa jira.…
Aadde Aadde Sa’aadaa Abduraamaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduraamaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…