Browsing Category
					
		
		Uncategorized
Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 magaalaa Ambootti gaggeeffame
				Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Hiriirri deeggarsaa Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Ambootti mata duree ''Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina'' jedhuun gaggeeffame.…			
				Karoorri misoomaa jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oole bu’aa fidaa jira-Obbo Abdulhakiim…
				Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Karoorri misoomaa Naannoo Oromiyaatti jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oolaa jiru bu'aa qabatamaa fidaa jiraachuu Sadarkaa Pireezidaantii…			
				Naannoo Harariitti lafti heektaarri kumni 4 fi 500 kuduraalee fi muduraaleen misoomaa jiraachuu…
				Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Naannoo Harariitti lafti heektaarri kumni 4 fi 500 kuduraalee fi muduraaleen misoomaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa naannichaa beeksiise.
Oomishaa…			
				Ijaarsa bu’uuraalee misooma jallisii naannolee 3 eegalchiisuuf waliigalteen mallattaa’e
				Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaa, Amaaraa fi Sidaamaatti Ijaarsa bu'uuraalee misooma jallisii eegalchiisuuf waliigalteen mallattaa'eera.
Dhaabbilee ijaarsaa biyya…			
				Waliigalteen karra galaanaa mallattaa’uun milkaa’inni biyyaalessaa injifannoon…
				Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) - Waliigalteen karra galaanaa mallattaa'uun milkaa'inni biyyaalessaa injifannoon dabaalamee imalaa jiraachuu mul'isa jedhan Af Yaa'iin Mana Maree Bakka…			
				Iraanitti dhohiinsa Boombii mudateen lubbuun namoota 73 darbe
				Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Namoota Yaadannoo waggaa 4ffaa du'a Jeneraal Qaasim Suleeyimaanii kabajaa turanirratti dhoohinsa Boombii mudateen lubbuun namoota 73 darbuu Miidiyaaleen…			
				Wabiin nyaataa utubaa birmadummaati – Pir. Shimallis
				Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Ummanni wabii nyaataa hin mirkaneeffanne, birmadummaan isaa guutuu hin ta’u jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…			
				Itiyoophiyaan Waraqaa ragaa galmee seera qabeessummaa hambaalee 2 UNESCO irraa fudhatte
				Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Waraqaa ragaa galmee seera qabeessummaa Paarkii Gaarreen Baalee fi Teessuma Lafaa Geede'oo Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa…			
				Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 111 Jallisiin misoomaa jira jedhame
				Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 111 Jallisii Boneen misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Hojii misooma jallisii…			
				Biyya hundaaf mijattu iaaruuf riifoormiin hojjetamaa jira – Obbo Adam Faarahii
				Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Hawaasa Diinagdee fi siyaasaa tokkoo ijaaruun biyya hundaaf mijattu uumuuf riifoormiin hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii…