Browsing Category
Waajabila Faanaa
Qarattoonni hawaa keessatti dhoo’insi olaanaan mudachuu ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Qorattoonni hawaa dhoo’insi olaanaan hawaa keessatti mudachuu beeksisan.
Qorattoonni dhoo’insicha adda baasan akka beeksisanitti, taatichi…
Maanguddoon lammii Yuukreen du’anii sa’aati 10 booddee lubbuu horatan
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)-Maanguddoon lammii Yuukreen du’anii sa’aati 10 booddee lubbuu horatan.
Maanguddoon lammii Yuukreen umuriin isaanii 83 ta'e, lubbuun isaanii darbuu…
Hoong Koong jiraattoota ishiif kennaa maallaqaa laachuufi
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC)- Hoong Koong jiraattoota ishiif kennaa maallaqaa doolaara Ameerikaa kuma 1 fi 200 kennuuf.
Kennichis humna mallaqaa jiraattoota ishee cimsuu fi…
Lammiin Awustiraaliyaa qubeelaa waggaa 46 dura jalaa bade argatte
Finfinnee, Gurrandhala 17, 2012 (FBC) – Dubartiin Awustiraaliyaa tokko qubeelaa wayita dargaggummaa ishee jala bade waggaa 46 booda argachuun ishii dinqii uumeera.
Qubeelicha waggaa 46…
Magaalaan Xaaliyaan Te’ooraan jiraattota haaraa magaalicha seenaniif kiraa manaa ni kaffalti
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Magaalaan Xaaliyaan Te’ooraa jedhamtu jiraattota haaraa magaalicha jiraachuuf makamaniif kiraa manaa ni kaffalti.
Magaalonni xixiqqoon…
Saree kubbaa dirree teenisii ja’a afaan keessatti qabachuun riikardii haara galmeesse
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Ameerikaa Niiwyoorkitti sareen tokko kubbaa dirree teenisii ja’a yeroo tokkotti afaan keessatti qabachuun riikardii haaraa galmeesse.
Sareen…
Goondaritti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa aanaa Goondar Zuuriyaatti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte.
Jabbichi aanichatti ganda Tsiyoon Sagwaajitti dhalate.
Kana…
Ga’eettiin umrii waggaa 35 bishaan malee waggaa 1 ol jirattee
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Ga’eettiin umrii waggaa 35 bishaan osoo hin dhugiin waggaa 1 ol jiraatte fayya qabeettii ta’uun ishee himameera.
Ga’eettiin umurii waggaa 35…
Atleetii sodaa Vaayrasii koroonaaf shaakkala mana keessaatti taasise
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) –Chaayinaa bulchiinsa Wuuhaanii kan ka’e vaayrasiin koroonaa sodaa idil addunyaa erga ta’e oolee buleera.
Tamsa’ina vaayrasichaan walqabatee…
Dargaggoo kennaa lootarii hiriyaa isaan abbaa carraa Birrii miiliyoona 1 ta’e
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Jiraataan magaalaa Baahir Daar kennaa lootarii hiriyaa isaarraa argateen, abbaa carraa Birrii miiliyoona 1 ta’e.
Dargaggoo Ayyaaleew Xilaahuun…