Browsing Category
Idil Addunyaa
Chaayinaan ministira alaa duraanii Ameerikaa Maayik Poompeeyoon dabalatee Ameerikaanoota 28 irra…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Chaayinaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa duraanii Maayik Poompeeyoon dabalatee Ameerikaanoota 28 irra qoqqoobbii kaa’uu ibsame.…
Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta’uun sirna kakuu raawwatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta'uun Waashiingitan US Kaappitoolitti baallii fudhatan.
Kaamaalaa Hariis seenaa Ameerikaatti dubartii itti…
Tiraamp Waayit Haawus gadi lakkisuun ba’an
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Waggoota arfan darbaniitti Ameerikaa preezdaantumman bulchaa kan turan preezdaant Doonaald Tiraamp Waayit Haawus gadi lakkisuun heelikooptara waraanatin…
Joo Baayidan boru sirna kakuu galuu ni raawwatu jedhame
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Filannoo Preezdantummaa Ameerikaa Sadaasa darbe gaggeeffame hordofee preezdantii haaraa biyyattii ta'uun kan mirkanaa'eef Joo Baayidan, guyyaa boruu sirna…
Walitti bu’iinsa Sudaan bulchiinsa Daarfuur Lixaatti ummameen lubbuun namoota 129 darbuu…
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – walitti bu'iinsaa nammota lama irraa ka'een Sudaan Lixa Daarfuriitti namoonni 129 ajjeefamuu fi namoonni 198 ammoo madaa'uu ibsameera.
Walitti…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan lubbuu dhabanii miiliyoona 2 caale
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Addunyaarratti namoota vaayarsii koroonaan qabaman miiliyoona 95 fi kuma dhibba 4 fi kuma 94 fi 97 keessaa lubbuun namoota miiliyoona 2 fi kuma…
Preezdaant Yuweerii Museeveeniin filannoo Yuugaandaa bara Faranjootaa 2021 injifatan
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Filannoo Preezdaantummaa Yuugaandaa kamisa darbe gaggeeffameen preezdaantiin biyyatti Yuweerii Kagutaa Museeveenii sagalee kenname keessaa % 58.64…
Indoonezhiyaatti kirkira lafaa uumameen hospitaalli jiguun lubbuun namota 34 darbe
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC ) - Indoonezhiyaatti kirkira lafaa uumameen hospitaalli jiguun lubbuun namota 34 darbe.
Lubbuu baraartotni mana jijjige jalaa namoota oolchuuf yaalaa…
FBI deeggartoonni Tiraamp simannaa Baayidan dura hokkora kaasuu malu jechuun akeekkachiise
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Biiroon Qorannoo Yakka Ameerikaa (FBI) guyyaa simannaa preezdantii haara Joo Baayidan dura hiriirri mormiin meeshaa waraanaan deeggarame deeggartoonni…
Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 12 yoo darbu namoonni hedduun lafa jalatti awwaallamuu ibsame.
Indooneezhiyaa, Jaavaa gara…