Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan fonqolcha Maaynaamaar hordoftee biyyattiirra qoqqobbii akka keessu akeekkachiifte
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Preezdantiin Ameerikaa Joo Baayidaan erga waraanni Maaynaamaar aangoo fudhateen booda biyyattiirra qoqqobbii akka kaa’an akeekkachiisan.…
Maaynaamaaritti Fonqolchi mootummaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Humni Waraanaa Maaynaamaar folqolcha gaggeessuun hoggantuu biyyattii Uung Saan Suu Chii to’annoo jala oolche.
Humni Waraanichaa Uung Saan Suu…
Gamtaan Afriikaa talaallii Covid-19 doozii miiliyoona 400 dabalataan argachuu beeksise.
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Gamtaan Afriikaa talaallii Covid-19 doozii miiliyoona 400 dabalataan argachuu beeksise.
Gamtaan Afriikaa talaallii Covid-19 akka argattuuf duraan…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii miiliyoona 2 caale
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Addunyaarratti erga weerarri vaayrasii koroonaa muul’atee lakkoofsi namoota ddhibichaan du’anii miiliyoona 2 fi kuma dhibba 1 fi kuma 84 fi 466 ga’eera.…
Sudaan laga Abbayyaarratti lafa hektaara kuma dhibba 1 fi kuma 70 jallisiin misoomsuufi
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Sudaan laga Abbayyaarratti boo’ii Kiiloo Meetira 18 dheeratu hojjechuun lafa hektaara kuma dhibba 1 fi kuma 70 jallisiin misoomsuufi jedhame.…
Joo Baayidaan dhimmoota garagaraatti Puutiin waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Preezdaantiin haaraa Ameerikaa Joo Baayidaan gita isaanii Raashiyaa Viildaamiir Puutin waliin marii yeroo jalqabaaf bilbilaan taasisaniin…
Juuseeppee Koonteen aangoo gadi lakkisan
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Xaaliyaan Juuseeppee Koonteen aangoo gadi lakkisaniiru.
Weerara vaayrasii koroonaatin walqabsisee qabiinsaa isaaniitiin mormiin…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota covid-19 qabamanii miiliyoona 100 darbe
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 100 darbuu dhaga’aameera.
Vaayrasichaan lubbuun namoota miiliyoona 2…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 25 darbe
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 25 darbeera.
Akka ragaa Joon Hoopkiinsitti hanga ammaatti biyyatiitti namoonni…
Tattaaffii dhaabbanni fayyaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiisu Ameerikaan ni …
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Preezdaantii Ameerikaa Kaamaalaa Haariis daayreektara olaanaa dhaabbata Fayyaa addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom waliin bilbilaan…