Browsing Category
Idil Addunyaa
Biyyoonni Addunyaa tokko tokko bara haaraa Faraanjootaa 2021 simaachuu eegalaniiru
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Biyyoonni Addunyaa tokko tokko bara haaraa Faraanjootaa 2021 simaachuu eegalaniiru.
Biyyoonni bara haaraa dursanii simatan keessaa muraasni…
Afrikaa Kibbaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii dabalaa dhufuu isaan daangeffamni…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan biyyattiitti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii dabalaa dhufuu isaan daangeffamawwan…
Chaayinaan dubartii weerara vaayrasii koroonaa Wuhaan gabaaste hidhaa waggaa afuriin adabde
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Chaayinaan dubartii weerara vaayrasii koroonaa Wuhaan gabaaste hidhaa waggaa afuriin adabde.
Zhang Zyan ‘jeequmsa kakastee’jedhamuun himatamte.…
Afrikaa kibbaatti lakkoofsii namoota covid-19n qabamanii miiliyoona 1 caale
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Afrikaa kibbaatti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 1 caalu ibsameera.
Biyyattittti erga vaayrasichi muul’atee booda…
Akaakuun vaayrasii koroonaa haaraan Faransaayiitti argame
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Faransaay gosa vaayrasii koroonaa saffisaan daddarbuu fi kan dhiheenya Ingiliiz keessatti mul'atee kan jalqabaa biyyattii keessatti argamu mirkaneessite.…
Sababa vaayrasii koroonaa haaraa Afrikaa Kibbatti muul’ateen Biriitaaniyaan imala dhorkite
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Vaayrasii koroonaa haaraa Afrikaa Kibbatti muul’ateen walqabatee Biriitaaniyaan balallii gara biyyatittii taasiifamu dhorkuu beeksisiifte.…
Israa’eel waggaa 2 keessatti filannoo yeroo 4ffaaf gaggeessuufi
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Israa'eel waggaa 2 keessatti yeroo 4ffaaf filannoo gaggeessuufi jedhame.
Israa'eel filannoo gaggeessuuf kan dirqamteef walta'iinsi mootummaa amma…
Preezdaant Joo Baayidaan talaallii vaayrasii koroonaa fudhatan
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan talaallii vaayrasii koroonaa har’a fudhataniiru.
Baayidaan talaallii jalqabaa wayita fudhatan Ameerikaanoonni…
Biyyoonni Awurooppaa gosa Covid haaraa Yuunayitiid Kiingidaamitti argameef jecha imala dhorkan.
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Biyyoonni Awurooppaa gosa Covid haaraa Yuunayitiid Kiingidaamitti argameef jecha imala dhorkan.
Yuunayitiid Kiingidaamitti gosti vaayrasii…
Gibtsi sarbama mirga namoomaa raawwattuun walqabatee tarkaanfiin akka irratti fudhatamu paarlaamaan…
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Biyyoonni miseensa paarlaamaa gamataa Awurooppaa Gibtsi sarbama mirga namoomaa raawwattuun walqabatee tarkaanfiin akka irratti fudhatamu yaada murtoo…