Browsing Category
Idil Addunyaa
Maaynaamaaritti Fonqolchi mootummaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Humni Waraanaa Maaynaamaar folqolcha gaggeessuun hoggantuu biyyattii Uung Saan Suu Chii to’annoo jala oolche.
Humni Waraanichaa Uung Saan Suu…
Gamtaan Afriikaa talaallii Covid-19 doozii miiliyoona 400 dabalataan argachuu beeksise.
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Gamtaan Afriikaa talaallii Covid-19 doozii miiliyoona 400 dabalataan argachuu beeksise.
Gamtaan Afriikaa talaallii Covid-19 akka argattuuf duraan…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii miiliyoona 2 caale
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Addunyaarratti erga weerarri vaayrasii koroonaa muul’atee lakkoofsi namoota ddhibichaan du’anii miiliyoona 2 fi kuma dhibba 1 fi kuma 84 fi 466 ga’eera.…
Sudaan laga Abbayyaarratti lafa hektaara kuma dhibba 1 fi kuma 70 jallisiin misoomsuufi
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Sudaan laga Abbayyaarratti boo’ii Kiiloo Meetira 18 dheeratu hojjechuun lafa hektaara kuma dhibba 1 fi kuma 70 jallisiin misoomsuufi jedhame.…
Joo Baayidaan dhimmoota garagaraatti Puutiin waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Preezdaantiin haaraa Ameerikaa Joo Baayidaan gita isaanii Raashiyaa Viildaamiir Puutin waliin marii yeroo jalqabaaf bilbilaan taasisaniin…
Juuseeppee Koonteen aangoo gadi lakkisan
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Xaaliyaan Juuseeppee Koonteen aangoo gadi lakkisaniiru.
Weerara vaayrasii koroonaatin walqabsisee qabiinsaa isaaniitiin mormiin…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota covid-19 qabamanii miiliyoona 100 darbe
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 100 darbuu dhaga’aameera.
Vaayrasichaan lubbuun namoota miiliyoona 2…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 25 darbe
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 25 darbeera.
Akka ragaa Joon Hoopkiinsitti hanga ammaatti biyyatiitti namoonni…
Tattaaffii dhaabbanni fayyaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiisu Ameerikaan ni …
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Preezdaantii Ameerikaa Kaamaalaa Haariis daayreektara olaanaa dhaabbata Fayyaa addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom waliin bilbilaan…
Chaayinaan ministira alaa duraanii Ameerikaa Maayik Poompeeyoon dabalatee Ameerikaanoota 28 irra…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Chaayinaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa duraanii Maayik Poompeeyoon dabalatee Ameerikaanoota 28 irra qoqqoobbii kaa’uu ibsame.…