Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaantiin Gibts guyyaa boruu Sudaan kibbaatti daawwannaa ni taasisu
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Gibts Abdul Fataah Al Siisii guyyaa boruu Sudaan Kibbaatti daawwannaa akka taasisan ibsame.
Preezdaantichi preezdaantii Sudaan Kibbaa…
Kooriyaan kibbaa fi Chaayinaan Kooriyaa kaabaatti sagantaa niwukilaararratti mari’achuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Kooriyaan kibbaa fi Chaayinaan Kooriyaa kaabaatti sagantaa niwukilaararratti mari’achuuf sadarkaa aanga’oota olaanoon waliigaluusaanii beeksisan.
Kun…
Giddugalli tumsa Afrikaa – Chaayinaa Beejingitti baname
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Giddugalli tumsa eeggumsa naannoo Afrikaa - Chaayinaa Beejingitti banamuu ibsame.
Giddugalli tumsa fi hojirra oolmaa misooma…
Addunyaarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 60 ol caale
Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 60 ol caalera.
Kanneen keessaayis miiliyoonni 38 fi kumni dhibbi 7 ol ammoo…
Muummeen Ministiraa Sudaan duraanii Saadiiq Al Maahiddiin boqotan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Sudaan duraanii Saadiiq Al Maahiddiin addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Sadiiq Al Maahiddiin dhibee vaayrasii koroonaan…
Tiraamp injifatamusaanii amanuun fudhatan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)-Doonaald Tiraamp filannoo preezdaantummaa injifatamuusaanii amanuun fudhataniiru jedhame.
Tiraamp filannicha ani hin injifatamnee jechaa turanis…
Mo’amuu isaanii akka amanan michuun beekamaa Tiraamp isaan gorse
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) - Michuun Donaald Tiraamp beekamaan filannoodhaan mo’amuu isaanii fudhachuu diduufi bu’aa filannoo boodatti deebisuuf isa yaalan akka dhaaban gorsan.…
Lammiileen Ameerikaa jalqabaa talaallii Covid-19 Muddee 11 qabee argachuu danda’u – hogganaa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Lammiileen Ameerikaa jalqabaa talaallii Covid-19 Muddee 11 qabee argachuu danda’u jedhan hogganaan sagantaa talaallii vaayrasii koroonaa Ameerikaa.…
Bulchiinsi Joorjiyaa lakkawwii sagalee irraa deebiin gaggeesseen Joo Baayidaan injifatan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Ameerikaatti bulchiinsi Joorjiyaa lakkawwii sagalee irraa deebiin gaggeesseen Joo Baayidaan injifachuun isaanii mirkanaa’eera.
Preezdaant Doonaald…
Afrikaatti lakkoofsi namoota COVID-19n qabamanii miiliyoona 2 darbe
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 2 darbeera.
Biyyattitti qorannoon vaayrasii koroonaa ga’aan akka hin taasifamne…