Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaant Siiriil Raamaafoosaan Joo Baayden waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan Preezdaantii Ameerikaa haaraa filataman Joo Baayden waliin bilbilaan mari’atan.…
Tiraamp hoogganaa filannoo isaan morman aangoorraa ari’an
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC)- Doonaald Tiraamp nama filannoo Yuunaaytid Isteet sadarkaa olaanaatti hoogganaa turan sababa komii saanii mormaniif aangoorraa ari'an.
Preezdaanti Tiraamp…
Biyyoonni Eeshiyaa Paassifik gamtaa daldalaa guddaa hundeessan
Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Qabeenya diinagdee addunyaa harka tokko sadaffaa kan qabatan biyyoonni Eeshiyaa Paassifik 15 gamtaa daldalaa hundeessuu ifoomsaan.
Waliigalteen kun…
Ameerikaan shira xaxamaa jiru qolachuuf hojii baayy’eetu irraa eeggama – Baaraak Oobaamaa
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Shira Ameerikaa qoqqooduuf xaxamaa jiru qolachuuf hojiin hedduun hojjetamuu akka qabu Preezdaantiin duraanii Ameerikaa Baaraak Huseen…
Tiraamp filannichi waliin dha’ameera jechuun himanni dhiyeessan fudhatama dhabe
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Aanga’oonni federaalaa filannoo Ameerikaa nageenyii filaannoo preezdaantummaa 2020 seenaa Ameerikaa keessaatti caalmaan filannoo eegameedha jedhaniiru.…
Raashiyaan Baha Sudaanitti buufata waraanaa ijaaruufi
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Raashiyaan Baha Sudaanitti buufata waraanaa ijaaruuf biyyattii waliin wixinee labsii malleessite.
Akka walii galtee wixinee labsii kanaatti…
Tiraamp filannoo Ameerikaa 2020 injifatamuusaanii amanuu diduun qaaniidha- Baayidan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Tiraamp filannoo Ameerikaa 2020 injifatamuusaanii amanuu diduun qaaneessadha jechuun Joo Baayidan ibsaniiru.
Sanbata darbee filannoo…
Talaalliin % 90 vaayrasii koroonaarra nama baraaruu danda’u ifoome
Onkololeessa 30, 2013 (FBC) – Talaalliin harka 90 vaayrasii koroonaarra nama baraaruu danda’u ifoome.
Talaallii kana Kubbaaniwwaan lamatu oomishaa jira jedhame.
…
Feesbuukiin garee deeggartoota Tiraamp uggure
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Feesbuukiin garee deeggartoota Tiraamp ugguruu beeksiseera.
Deeggartoota Tiraampiin kan baname gareen “Ispoot Za Istiil”jedhamu guyyaa tokko…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19n qabamanii miiliyoona 47 Caale
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)-Vaayrasiin koroonaa Chaayinaa magaalaa Wuhaan keessaatti erga muul’ate namoota miiliyoonni 47 ol qabu ibsameera.
Vaayrasichaan namoonni miiliyoonni…