Browsing Category
Idil Addunyaa
Xiyyaarri daldalaa jalqabaa Dubaayi ka’uun Isiraa’ee qubatte
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Xiyyaarri daldalaa yeroo jalqabaaf Emireetoota Araba Gamtoomanii ka’uun Isiraa’eel qubachuu ibsame.
Biyyoonni lamaan baatii tokko…
Vaayrasiin koroonaa gogaarra sa’aatii 9 ol akka turu qorannoon tokko ifoomse
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Vaayrasiin koroonaa gogaarra sa’aatii 9 ol akka turu qorannoon tokko ifoomseera.
Qorattoonni Jaappaan vaayrasiin koroonaa gogaa dhala namarraa…
Xaaliyaan vaayrasii koroonatin wal qabsistee tarkaanfi adda addaa ifoomsite
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Xaaliyaan vaayrasii koroonaa ittisuun wal qabsistee tarkaanfi adda addaa ifoomsiteetti.
Biyyattitti walitti fufinsa guyyota lamaa keessaatti…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19n qabamanii miiliyoona 40 caale
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) – Vaayrasiin koroonaa Chaayinaa magaalaa Wuhaan keessaatti erga muul’ate baatiiwwan 9 keessaatti namoota miiliyoonni 40 ol qabu ibsameera.…
Gamtaan Afrikaa weerara Covid- 19f Doolaara miiliyoona dhibba 3 walitti qabuufi
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Gamtaan Afrikaa weerara Covid- 19 ittisuuf kan oolu Doolaara miiliyoona dhibba 3 walitti qabuufi hojjechaa jiraachuu beeksise.
Gamtichi…
Gamtaan Awurooppaa lammiilee Raashiyaa 6 fi dhaabbata 1 irra qoqqoobbii kaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Manni Maree gamtaa Awurooppaa lammiilee Raashiyaa 6 fi dhaabbata 1 irra qoqqoobbii kaa’uu dhaga’ame.
Qaamoleen kunneen ajjeechaa yaalii…
Faransaayitti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamaa jiraanii dabalaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Faransaayitti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamaa jiraanii dabalaa jira jedhame.
Biyyattitti kaleessa qofa namoonni kumni 30 fi…
Biyyoonni miseensa garee 20 baatii 6f yeroo idaa deebii dheeressuuf waliif galan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Biyyoonni miseensa garee 20 baatii 6f yeroo idaa deebii dheeressuuf waliif galan.
Biyyoonni miseensa garee 20 baatii 6f yeroo idaa deebii…
Balaan Ibiddaa gaara Kiiloomaanjaaroorratti muudate bosona lafa Iskuweer Kiiloo Meetira 28 irra ture…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Balaan Ibiddaa gaara Kiiloomaanjaaroorratti muudate bosona lafa Iskuweer Kiiloo Meetira 28 irra ture barbadeesse.
Taanzaaniyaatti hawwata…
Baankiin Addunyaa talaalli Covid -19 biyyoota guddataa jiraniif kan oolu Doolaara biiliyoona 12…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa talaalli Covid -19 biyyoota guddataa jiraniif kan oolu Doolaara biiliyoona 12 raggaasisuu ibsame.
Deeggarsichi wayita…