Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaatti vaayrasii koroonatin lubbuun lammiilee kuma dhibba 2 fi kuma 25 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Ameerikaatti vaayrasii koroonatin lubbuun lammiilee kuma dhibba 2 fi kuma 25 darbeera.
Biyyoota vaayrasiichan hubaman keessaa ishee jalqabaa kan…
Gamtaan Awrooppaa marii sadeenii akka deeggaru ibse
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2013 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa mariin sadeen jaarsumma Gamtaa Afrikaan taasisa jiraniif deeggarsa akka taasisu ibseera.
Bakka bu’aa olaanaa Komishinii…
Qoricha Doonaald Tiraamp ittiin fayyaniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Ameerikaan namoota dhibee Covid-19f hospitaala galan wallaanuudhaaf qorichi Reemdesviir jedhamu akka hojiirra ooluuf eeyyamte.
Abbaan Taayitaa…
Tiraampii fi Baayidan falmii preezdaantumma xumuraa taasisan
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampii fi morkataan isaanii Joo Baayidan falmii preezdaantumma bara Faranjootaa 2020 gaggeessaniiru.…
Sa’aad Hararii irra deebiin Muummee Ministiraa Libaanoos ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) –Waggaa tokko dura aangoo kan gadi dhiisaan Sa’aad Harariin irra deebiin Muummee Ministiraa Libaanoos ta’uun muudaman.
Harariin sagalee…
Aanga’oonni Isiraa’eel torbee kana Sudaan daawwachuufi
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Aanga’oonni olaanoon Isiraa’eel torbee kana Sudaan daawwachuufi jedhame.
Oduun kan dhaga’ame erga Xiyyaarri daldalaa tokko…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma 40 caale
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma 40 yoo caalu, Ispeenitti ammoo lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabaman miiliyoona 1…
Iraanii fi Raashiyaan odeeffannoo wa’ee filannoo Ameerikaa argatanii jiru jechuun Waajjirri Tika…
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Iraanii fi Raashiyaan odeeffannoo wa’ee filannoo Ameerikaa argatanii jiru jechuun Waajjirri Tika Nageenya Biyyaalessa Ameerikaa FBI beeksise.…
Tiraamp herreega baankii Chaayinaa qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Chaayinaa qeequun kan beekaman preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp biyyattitti herreega baankii akka qaban Neewyoork Taayims gabaaseera.…
Tiraamp Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessitoota deeggaran keessaa haquufi
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessitoota deeggaran keessaa haquufi.
Preezdaantichi kun kan ta’u bara…