Browsing Category
Idil Addunyaa
Ministiroonni Dhimma Alaa Gibts, Joordaanii fi Iraaq marii sadee gaggeessan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) - Ministiroonni Dhimma Alaa Gibts, Joordaanii fi Iraaq dhimmoota naannichaa fi marii waliigaltee sadee gaggeessaniiru.
Ministirri…
Ameerikaan Taaywaanif misaa’eelotaa fi xiyyaaroota nam- malee gurguruuf karoora akka qabdu ibsite
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013(FBC)- Ameerikaan Taaywaanif dabalataan misaa’eelotaa fi xiyyaaroota nam- malee (diroonii) gurguruuf karoora akka qabdu ibsiteetti.
Chaayinaan dhiibbaa…
Jubaatti waliigaltee nageenyarra ga’aame Sudaan raggaasifte
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Manni Maree Birmadummaa Sudaanii fi kaabiineen Sudaan waliigaltee nageenyaa Sudaan kibbaa Jubaatti waliif mallateessan raggaasisan.
Manni Maree…
Tiraamp duulaa na filadhaa eegalan
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gara duulaa filannootti deebi’aniiru.
Tiraamp vaayrasii koroonatin qabamuun isaanii erga ibsame torbe 2…
Magaalaan Chaayinaa Qingdao jiraattootashee hunda, miiliyoona sagal ta’aniif guyyoota shan…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) - Magaalaan Chaayinaa Qingdao jiraattootashee hunda, miiliyoona sagal ta'aniif guyyoota shan keessatti qorannoo Covid-19 taasisufi.
Kunis erga…
Lammiilee Sudaan miiliyoona 9 ol ta’aanif deeggarsi ni barbaachisa jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Lammiilee Sudaan miiliyoona 9 ol ta’aanif deeggarsi akka barbaachiisu Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni Nyaataa fi Qonnaa beeksise.…
Vaayrasiin Covid-19 qaqqabsisu wantoota akka nootii baankii, iskiriinii bilbilaafi sibiilarra…
Finfinnee, Onkolooleessa 2, 2013 (FBC) – Vaayrasiin Covid-19 qaqqabsisu wantoota akka nootii baankii, iskiriinii bilbilaafi sibiilarra guyyoota 28f turuu danda’a jedhe qorannoon.…
Diinagdee Afrikaa sababa weerara vaayrasii koroonaan miidhame bakka buusuuf Doolaara Tiriiliiyoona…
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Diinagdee Afrikaa sababa weerara vaayrasii koroonaan miidhame bakka buusuuf Doolaara Tiriiliiyoona 1.2 kan barbaachisa ta’uu Dhaabbanni Fandii…
Tiraamp gara hojiitti deebi’uuf qophii ta’uu ogeessonni fayyaa himan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gara hojiitti deebi’uuf qophii ta’uusanii ogeessonni fayyaa himaniiru.
Tiraamp tibba darbe vaayrasii…
Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa…
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa keessa galuu akka danda’an Baankiin Addunyaa ifoomse.…