Browsing Category
Idil Addunyaa
Fulbaana 12 – 20tti biyyoota Baha Afrikaatti hammi Roobaa olaanaa ta’e ni eeggama – IGAD
Fulbaana 12 , 2013 (FBC) - Fulbaana 12 – 20tti biyyoota Baha Afrikaatti hammi Roobaa onaalaa ta’e kan eeggamu ta’uu Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa akeekkachiise.
Dhiha…
Xaaliyaaniin baay’ina miseensota paarlaamaa ishee hir’isuufi
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) - Xaaliyaaniin baay'ina miseensota paarlaamaa ishee hir'isuufi.
Xaaliyaaniin baay'ina miseensota paarlaamaa ishee harka tokko sadii oliin hir'isuuf…
Dubartiin Preezdaanti doonaald Tiraampiif xalayaa keemikaala summii qabu erguun shakkamte to’atamte
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) –Dubartiin Preezdaanti doonaald Tiraampiif xalayaa keemikaala summii qabu erguun shakkamte to’atamte.
Akka gabaasa CNNtti Xalayaan summii hamaa…
Guyyaan nageenyaa har’a addunyaarratti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC)- Guyyaan nageenyaa har’a sadarkaa idil addunyaatti kabajamaa jira.
Guyyaan nageenyaa mata duree nageenya waliin haa buusnu(Shaping Peace Together)…
Sudaan Ameerikaa waliin mari’achuuf jila Dubaayiitti ergite
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Sudaan qondaaltoota Ameerikaa olaanoo waliin mari'achuuf jilashee gara Emiretoota Arabaa Gamtoomanitti erguushe beeksiifte.
Ameeriikaan akka Sudaan…
Addunyarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoon 31 caale
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Addunyarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 31 caaluu ibsame.
Erga weerarri vaayrasii koroonaa addunyarratti…
Haati murtii mana murtii olaanaa Ameerikaa boqatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)-Haati murtii mana murtii olaanaa Ameerikaa waliigalaa Ruut Baadar Giinasbarg boqatan.
Ruut Baadar Giinasbarg umri waggaa 87tti dhibee kaansarii…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ilaalchisuun biyyoota Awrooppaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) –Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ilaalchisuun biyyoota Awrooppaa akeekkachiise.
Dhaabbatichi guutummaa biyyoota…
Chaayinaan Sudaan Kibbaaf Ruuzii toonii kuma 3 deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Chaayinaan Sudaan Kibbaatti lammiilee balaa lolaan miidhamanii fi rakkoolee garaagaraaf saaxilamaniif Ruuzii Toonii kuma 3 deeggarsa taasiifte.…
Mohaammed Huseen Roobeel Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaamad Abdullahii Faarmaajoon,Mohaammad Huseen Roobeel Muummee Ministiraa Soomaaliyaa taasisuun muudan.
Huseen…