Browsing Category
Idil Addunyaa
Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qamanii miiliyoona 36 caaleera
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qamanii miiliyoona 36 caaleera.
Vaayrasichi erga muul’ate namoonni miiliyoonni 1 ol ammoo lubbuu isaanii…
Afrikaa Bahaatti lammiileen miiliyoonni 6 balaa lolaan miidhaman
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Afrikaa Bahaatti lammiileen miiliyoonni 6 ol balaa lolaan miidhamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Bara kana lammiileen…
Muummeen Ministiraa Kiirgiiztaan Kuubaatbeek Booroonoov aangoo gadi dhiisan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Kiirgiiztaan Kuubaatbeek Booroonoov aangoo gadi dhiisan.
Muummeen Ministiraa Kiirgiiztaan Kuubaatbeek Booroonoov aangoo gadi…
Feesbuukii fi Tiwuutariin waa’ee Covid-19 Tiraamp maxxansan haqan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Feesbuukii fi Tiwuutariin waa'ee Covid-19 Tiraamp maxxansan haqan.
Preezdaantiin Yuunaayitiid Isteet Doonaald Tiraamp erga vaayrasii…
Xumura bara Faranjootaa 2020tti talaalliin dhibee Covid -19 qophii ta’uu danda’a – Dooktar Teedroos
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Talaalliin dhibee Covid -19 xumura bara Farnjootaa 2020tt qophii ta’uu akka danda’u daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedroos…
Tiraamp hospitaala ba’anii Waayit Hawusitti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Preezdantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp yaalii Covid-19f guyyaa sadii hospitaalatti erga dabarsaniin booda haala hin eegamneen Waayit Hawusitti…
Liiqaa biyyoota hiyeeyyii yoo danda’ame haquu yoo ta’uu baatee ammoo yeroo liiqaa isaanii dheeresuun…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Liiqaa biyyoota hiyeeyyii yoo danda’ame haquu yoo ta’uu baatee ammoo yeroo liiqaa isaanii dheeresuun barbaachisaadha jedha Baankiin Addunyaa.…
Tiraamp deeggartootasaanii ilaaluuf hospitaalaa bahuun alatti mul’atan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) Tiraamp deeggartootasaanii ilaaluuf hospitaalaa bahuun alatti mul'atan
Erga Doonaald Tiraampii fi haatii warraa isaanii Covid-19n…
Uhuuruu Keeniyaataan gita isaanii Abduul Fattaahi Al Siisii waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan gita isaanii Gibtsi Abduul Fattaahi Al Siisii waliin mari’atan.
Marii haala nageenya naannoo,…
Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 35 darbe
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC)- Vaayrasiin koroonaa Chaayinaa magaalaa Wuhaaniitti erga muul’atee baatiwwan muraasa keessaatti namoota miiliyoona 35 ol qabeera.
Lubbuun namoota…