Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaantiin duraanii Naamiibiyaa Saam Nujoomaa du’aan boqotan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin jalqabaa duraanii Naamiibiyaa Saam Nujoomaa umrii waggaa 95ffaa isaaniitti du’aan boqotan.
Naamiibiyaan bara Faranjootaa 1990…
Israa’el hidhamtoota Filisxeem 183 gadi lakkifte
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Hamaas lammiilee Israa'el 3 ugguree ture gadhiisuu hordofee Israa'el lammiilee Filisxeem mana hidhaa turan183 gadi lakkisuu ibsameera.
Lammiileen…
Ameerikaan Dhaabbata gargaarsaa‘USAID’ cufuufi jedhame
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC) – Dhaabbanni gargaarsaa ‘USAID’ akka cufamu Pireezidaantii Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi waliin waliigalteerra gahamuu Eloon Maask beeksisan.
Dureessi…
Balaa Xiyyaaraa Ameerikaatti mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 19 darbuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Balaa Xiyyaaraa Ameerikaa Waashingitan DCtti Helikooptarri Waraanaa fi Xiyyaarri walitti bu’uun mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 19 darbuun…
Ameerikaatti helikooptarri waraanaa fi xiyyaarri walitti bu’uun laga Potomak jedhamu keessatti…
Finfinnee, Amajji 22, 2017 (FMC) - Ameerikaa magaalaa Washingitanitti helikooptarri waraanaa fi xiyyaarri qilleensarratti walitti bu'uun lameenuu laga Potomak jedhamu keessatti kufuun…
Pirezidaanti Tiraampi Ministira Muummee Israa’el waliin mari’achuuf jedhame
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FMC)-Dhiyeenyatti filannoo mo’achuun hojii kan eegalan Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Waayit Haawusitti Ministira Muummee Isiraa’el Beeniyaamiin…
Namoonni 8 Hamaasiin ukkaamsaman du’uu Israa’el beeksiste
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)-Israa'el namoota Hamaas ukkamsee fi gadlakkifamu jedhamanii eegaman 26 keessaa saddet du'uu isaanii beeksiste.
Dubbii Himaan Mootummaa Israa'el Deevid…
Afrikaatti Humna Elektirikaa maddisiisuuf kan oolu Doolaarri biiliyoonni 35 ramadamuufi jedhame
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Baankiin Addunyaa, Baankiin Misooma Afrikaa fi Dhaabbileen biroo Afrikaatti Humna Elektirikaa babal’isuuf kan oolu Doolaara biiliyoonni 35…
Tiraampi abbootii alangaa dhimma himannaa isaa qorataa turan hojiirraa ari’e
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi abbootii alangaa yakka himannaa isaarratti qorannoo gaggeessaa turan hojiirraa ari'uun gabaafame.
Abbaan…
Raashiyaan yaalii talaallii Kansaarii eegaluuf
Finfinnee, Amajjii 19, 2017(FMC) - Raashiyaan walakkaa bara Faranjootaa eegalamee kanatti yaalii talaallii ittisa kaansarii akka geggeessitu beeksisteetti.
Qorattoonni Raashiyaa waggoota…