Browsing Category
Idil Addunyaa
Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Gaazaa raggaasiste
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Kaabineen Dhimma Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Gaazaa marsaa jalqabaa sagalee caalmaan raggaasiseera.
Wajjiirri Ministira Muummee…
Isiraa’elii fi Haamaas karoora nagaa Gaazaa marsaa jalqabaa irratti waliif galan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018 (FMC) - Isiraa’elii fi Haamaas karoora nagaa boqonnaa jalqabaa dhukaasa dhaabuuf karaa saaqa jedhame jaarsummaa Pirezidaanti Tiraampiin dhiyaate irratti waliif…
Yaa’ii 11ffaan ‘Tiink Taank’ Afrikaa eegalame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Hanqinaalee imaammatawwanii fi raawwii mul’atan hiikuurratti kan mari’atu Yaa’ii 11ffaan ‘Tiink Taank’ Afrikaa eegalameera.
Yaa’ichi mata duree…
“COP 30” irratti ejjennoo Afrikaan dhageessistuuf Raashiyaan deggersa ni kenniti
Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) - Dura taa’aan Komiishinii Gamtaa Afrikaa Maahammud Alii Yusuuf Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa fi bakka bu’aa gamtaa Afrikaa Ivgeenii Tarkihiin…
Yuutiiyuubiin Pireezidaanti Tiraampiif Doolaara miiliyoona 24.5 beenyaa kaffaluufi
Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Yuutiiyuubiin himannaa Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi dhiyeessan hordofee Doolaara miiliyoona 24.5 beenyaa kaffaluuf waliigale.…
Piitar Muktaar Filannoo Pireezidaantummaa Maalaawwii injifatan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) – Filannoo Pireezidaantummaa Maalaawwiitti gaggeeffame maanguddoon umrii wggaa 85 Pireezidaantiin duraanii biyyattii Piitar Muktaar injifataniiru.
Bara…
CDC’n oomisha qorichaa Afrikaa guddisuuf deeggarsa Doolaara biiliyoona 3.2 ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Giddugalli Ittisaa fi To’annoo dhibee Afrikaa oomisha Talaallii fi qorichaa ardichaa guddisuuf deeggarsa Doolaara biiliyoona 3.2 ifoomseera.
Doolaarri…
Warshaan Qulqulleessa boba’aa Aliikoo Daangotee…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Warshaan Qulqulleessa boba’aa Abbaa Qabeenyaa Afrikaa Lammii Naayijeeriyaa Aliikoo Daangotee baatiwwan sadi keessatti boba’aa Liitira biiliyoona 1.1…
Rippaablika Diimokiraatawaa Koongootti duulli Talaallii Vaayirasii Iboolaa eegalame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Rippaablika Diimokiraatawaa Koongootti duula Talaallii Ittisa Vaayirasii Iboolaa eegalchiise.
Biyyattiitti facaatiin dhibee…
Gamtichi galmoota Idil-addunyaa milkeessuuf Mootummoota Gamtooman wajjin hojjechuu itti fufa –…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Gamtaan Afrikaa galmoota Afrikaa darbees kan idil addunyaa milkeessuuf Mootummoota Gamtooman waliin hojjechuu ittifufa jedhan dura taa'aan Komishinii…