Browsing Category
Idil Addunyaa
Waggoota booda imala Roonaaldoo gara Ameerikaatti…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Taphataa sarara fuulduraa Poolchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon tapha michoomaa gareen biyyaaleessaa Poorchuugaalii fi Ameerikaa taphataniif gara Ameerikaa…
Iraan gogiinsa dandamachuuf hojii duumessa misoomsuu eegalte
Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Iraan gogiinsa dandamachuuf hojii duumessa misoomsuun rooba misoomsuu eegaltee jirti.
Iraan waggoota Kurnan darban hongee hamaa ishee mudate furuuf fi…
Pirezidaanti Zalaniskiin dhaabbileen Inarjii biyyattii akka haaraatti kan gurmaa’an ta’uu ifoomsan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Yuukireen Vooloodmiir Zalaniskiin Dhaabbileen Inarjii biyyattii akka haaraatti kan gurmaa’an ta’uu ifoomsaniiru.
Pirezidaantichi murtoo…
Iraan agarsiisa miisaa’elaafi diroonii qopheessite
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Eegduun Warraaqsaa Iraan magaalaa Teehiraanitti agarsiisa miisaa’ela baalaastikiifi diroonii qopheesse.
Meeshaaleen waraanaa biyyattiin agarsiisaaf…
Turki xiyyaarota waraanaa ‘C-130’ balalliirraa dhorkite
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC) – Balaa xiyyaara waraanaa Joorjiyaatti mudate hordofee Turkiin xiyyaarota waraanaa ‘C-130’ balalliirraa dhorkite.
Xiyyaarri qabeenya Humna Qilleensaa…
Joorjiyaatti xiyyaarri waraanaa kufuun lubbuun namoota 20 darbe
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC)- Joorjiyaatti xiyyaarri waraanaa kufuun loltoonni 20 fi miseensonni balallii du’uun dhagahame.
Xiyyaarri waraanaa qabeenya Humna Waraanaa Turkii ta’e…
Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin taasifamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) – Naannawaa daangaa Maaleezyiyaa fi Taayilaanditti Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu gabaafame.…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela Baalaastikaa furgugsite
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun waliin mari’achuuf qophii ta’uu beeksisanii sa’aa muraasan…
Ameerikaatti balaa xiyyaara fe’umsaa irra ga’een lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC)- Ameerikaa Bulchiinsa keentaakiitti xiyyaarri fe'umsaa Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Luwiisviil Muhaammad irraa ka'aa ture kufee caccabuun lubbuun…
Pirezidaantii Itti aanaan duraanii Ameerikaa Diik Cheenii boqotan
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2018 (FMC)- Pirezidaantii Itti aanaan duraanii Ameerikaa Diik Cheeniin umurii waggaa 84tti boqotan.
Du'aan kan isaan ga'e dhibee daranyoo sombaa fi onnee…