Browsing Category
Idil Addunyaa
Sirna kabaja hajjii bara karaarratti namoota kuma 10 qofatu hirmaata
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Sirni kabaja hajjii kanaan dura namoota miiliyoona 2 oliin kabajama ture bara kana namoota kuma 10n qofan akka kabajamu Saawud Arabiyaan beeksifte.…
Biyyoota Afrikaa hanqinni meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa yeroo dhiyootti muudachuu danda’a
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Biyyoota Afrikaa hanqinni meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa yeroo dhiyootti muudachuu akka danda’u giddugallii ittisaa fi too'annoo dhibee Afrikaa…
Riippablikaanni Ameerikaa dandamannaa diinagdeef karoora Doolaara tiriiliyoona 1 ifoomse
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Riippablikaanni Ameerikaa dandamannaa diinagdeef karoora Doolaara tiriiliyoona 1 ifoomse.
Seenaataroonni Riippablikaanaa diinagdee sababii…
Sudaan ajjeechaa sanbataan booda loltoota dabalataa Daarfuuriitti ergufi
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Sudaan Sanbata darbee halleelaa taasifameen lubbuun namoota 60 erga darbe booda, loltoota dabalataa Daarfuriitti akka erguuf jirtu beeksiifte.
…
Baankiin Misoomaa Afrikaa biyyoota Afrikaaf deeggarsaa fi liqaan doolaraa miiliyoona dhibba 2 ol…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Baankiin Misoomaa Afrikaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufee ittisuuf biyyoota hedduuf deeggarsaa fi liqaan doolaraa Ameerikaa miiliyoona…
Kooriyaan kaabaa magaaloota daangaashee irratti labsii yeroo ariifachiisa labsite
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Kooriyaan kaabaa shakkamaan vaayrasii koroonaa argamuu irratti hundooftee naannoo daangaatti labsii yeroo aarifachiisa labsite.
Vaayrasiin koroonaa…
Addunyaarratti guyyaa tokkotti namootni 284,000 ol Covid-19 qabaman
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Addunyaarratti guyyaa tokkotti namootni 284,000 ol Covid-19 qabaman.
Biyyoonni baay'een uggura laaffisaa jiraatanis Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii saffisaan dabalaa jira
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii saffisaan dabalaa jiraachuu himame.
Akka lakkoofsa Faranjootaa Muddee 29,…
Sudaanitti awwaalchi jumalaa aanga’oota waraanaa argame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Sudaan awwaalchi jumalaa aanga’oota waraanaa argamuu beeksiifte.
Awwaalchi Jumalaa kun kan aanga’oonni waraanaa biyyattii bara Faranjootaa…
Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Beenjaamiin Mikaappaan boqotan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Beenjaamiin Mikaappaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Mikaappaan umrii waggaa 81ffaa isaaniitti…