Browsing Category
Idil Addunyaa
Humni qilleensa Israa’eel bakka waraana Sooriyaa haleele
Finfinnee, Adooleessa 28, 2012 (FBC) – Humni qilleensa Israa’eel bakka waraana Sooriyaatti xiyyeeffachuun haleelera.
Humni rayyaa ittisa biyyaa Israa’eel haleellicha kan raawwatee…
Chaayinaan garee yaalaa vaayrasii koroonaa gara Hoongikoong ergite
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) –Chaayinaan garee yaalaa vaayrasii koroonaa gara Hoongikoong ergite.
Gareen yaalaa kun ogeeyyii fayyaa 60, qondaaltota fayyaa 7 hammateera.…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 18 darbe
Finfinnee, Adooleessa 26, 2012 (FBC) - Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 18 darbu ibsame.
Addunyaarratti haala olaanaa tamsa’inni isaa dabalaa kan jiru…
Addunyaarratti Jimaata qofa namootni 292,527 Covid-19n qabaman
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Addunyaarratti Jimaata qofa namootni 292,527 Covid-19n qabaman.
Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Jimaata qofa addunyaa guutuutti namootni haaraan Covid-19n…
Indiyatti namoonni saanitaayizara dhugan sagal du’an
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Indiyatti namoonni saanitaayizara dhugan sagal du'an
Indiyatti guyyoota laman darbanitti namoonni saanitaayizara dhugan sagal du'an.
Qondaalli…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma dhibba 9 fi kuma 12 caale
Finfinnee, Adoolessa 24, 2012 (FBC) - Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma dhibba 9 fi kuma 12 caaluu himame.
Ardichatti uggura sosochii laaffisuun…
Yaada Preezdaant Traamp filannoo dheereessuuf dhiyeessan hoggantoonni olaanoon Riippaablikaanootaa…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2012 (FBC) - Yaada Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp filannoon biyyattii baatii Sadaasaa 2020 gaggeeffamu akka dheeraatuuf dhiyeessan hoggantoonni olaanoon…
Afgaaniistaaniitti dhoo’iinsa konkolaatarratti qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbe
Finfinnee, Adoolessa 24, 2012 (FBC) – Afgaaniistaaniitti dhoo’iinsa konkolaatarratti qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbuu himame.
Dhoo’insichi naannoo gamoo Biiroo bulchiinsa…
Traamp filannoon akka dheereffamu gaafatan
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp filannoon akka dheereffamu gaafatan.
Preezdaantichi filannoon preezdaantummaa Sadaasa 2020…
Preezdaantiin Gaambiyaa tursiisa addaa seenan
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Gaambiyaa Adaam Baaroow tursiisa addaa seenaniiru.
Preezdaantichi kana kan godhaniifis itti aantun isaanii vaayrasii koroonaan…