Browsing Category
Idil Addunyaa
Chaayinaan Qoonsilaan Ameerikaa biyyattiitti argamu akka cufamu ajjajje
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Chaayinaan Qoonsilaan Ameerikaa Kibba Lixa biyyattii magaalaa Cheengiduu keessatti argamu akka cufamu ajaja dabarsite.
Torbee darbe…
Naayijeeriyatti konkolaataa boba’aa deeddebisurratti dho’iinsa qaqqabeen lubbuun namoota 20…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Naayijeeriyatti konkolaataa boba'aa deeddebisurratti dho’iinsa qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbuu dhaga’ameera.
Balichi kan qaqqabee kibbaa…
Afrikaa Kibbaatti guyyaa tokkotti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota 572 darbe
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti guyyaa tokkotti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota 572 darbeera.
Weerarri vaayrasii koroonaa biyyoota addunyaa hedduu keessatti…
Chaayinaan Qoonsilaa Hiiyuustanitti argamu akka cuftu Ameerikaan ajajje
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Chaayinaan waajjira Qoonsilaa ishee Teeksaas Hiiyuustanitti argamu akka cuftu Ameerikaan ajaja dabarsuu ishee ibsame.
Murtoon kun kan…
IFC biyyoota giddugala Baha Afrikaaf deeggarsa doolaara biiliyoona 5.6 taasise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) –Miseensa garee baankii addunyaa kan ta’an Koorpooreeshiniin maallaqa idila addunyaa biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii fi giddula Baha Afrikaaf deeggarsa…
Gamtaan Awurooppaa marii guyyaa afuriin bajata diinagdee bayyanachiisurratti waliigale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Hooggantootni biyyoota Gamtaa Awurooppaa weerara koronaavaayirasiin duuba maallaqa diinagdee isaanii bayyanachiisu ramaduurratti marii guyyoota afuriin…
Covid-19 Afrikaatti hammaachuu akka danda’u Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa akeekkachiise
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) - Dhaabbati Fayyaa Addunyaa(WHO) tatamsa’inni vaayrasii koroonaa biyyootii Sahaaraa gadii Afrikaa keessatti dabalaa jiraachuu akeekkachiise.
Dhaabbatni…
Ziimbaabuween namoota dhoorkii weerara vaayrasii koroonaatin ba’e cabsan kuma 105 ol…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) – Ziimbaabuween namoota seera sababii weerara vaayrasii koroonaatin ba'e cabsan kuma 105 ol to'atte.
Mootummaan Ziimbaabuwee lammiileen…
Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni 260,000 vaayrasii koroonan qabaman
Finfinnee, Adooleessa 12, 2012 (FBC) – Sadarka idil addunyaatti guyya tokkotti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 60 ta’an vaayrasii koroonan qabamuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.…
Doonaald Tiraamp lammiileen Ameerikaa maaskii akka kaawwatan hin ajaju jechuun waadaa seenan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2012 (FBC) - Preezdantiin Yuunaayitid Isteet Doonaald Tiraamp, tamsa'ina vaayrasii koroonaa hir'isuuf jecha Ameerikaanotaan maaskii kaawwadhaa jedhee hin ajaju…