Browsing Category
Idil Addunyaa
Weerarri vaayrasii koroonaa kisaaraa Doolaara biiliyoona 84 ol damee geejjiba qilleensarraan ga’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Weerarri vaayrasii koroonaa kisaaraa Doolaara biiliyoona 84 ol damee geejjiba qilleensarraan ga’uu danda’a jedhame.
Bara kana sababa…
Bashir Aal Aasaad Muummee Ministiraa Iimaad Kaamiis aangorraa kaasan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Sooriyaa Bashir Aal Aasaad Muummee Ministiraa Iimaad Kaamiis aangorraa ari’an.
Bara Faranjootaa 2016 eegale aangorra kan…
Braaziilitti lakkoofsi namoota Covid-19 du’anii kuma 40 caale
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Braazilitti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du'anii kuma 40 caaluu himame.
Biyyattiitti namoota dhibee koroonaan qabaman kuma dhibba…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 2 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Ameerikaatti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 2 darbe.
Weerarri vaayrasii koroonaa Ameerikaatti muul’achuun…
Naajeeriyaatti haleellaa raawwatameen lubbuun namoota 59 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Kaaba Najeeriyaatti haleellaa raawwatameen lubbuun namoota 59 olii darbuu dhaga’ame.
Haleellicha bulchiinsa Booroonoo godina Giidiiboo…
Naayijeeriyatti namoonni sababa Covid-19’n du’an dabalaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) – Naayijeeriyatti namoonni sababa Covid-19’n du’an dabalaa jira.
Ministeerri Fayyaa biyyattii Osaagii Ehaanireen akka jedhanitti, duutii namoota…
Vaayarsii koroonaa ittisuuf imaammatoonni mana keessa akka turamuuf darbaan biyyoota 11tti lubbuu…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) – Vaayrasiin koroonaa addunyaarratti erga uumamee as addunyaarratti namoonni miiliyooma 7 ol kan qabaman yoo ta’u, namoonni kuma 400 ol ammoo lubbuun…
Niiw Zilaand namni vaayrasii koroonaatin qabame akka hin jiraatin beeksiste
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Niiw Zilaand namni vaayrasii koroonaatin qabame akka hin jiraatin beeksiste.
Muummeen ministiraa Niiw Zilaand; Jaakiindaa Ardan akka…
Addunyaarratti Lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 7 siqe
Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Adduunyarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 7 tti siquu ibsame.
Vaayrasichaan addunyarratti lubbuun namoota kuma 400…
Maayikil Joordaan dhiittaa sanyummaa ittisuuf Doolaara miliyoona 100 arjoome
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Maayikil Joordaan dhiittaa sanyummaa ittisuuf Doolaara miliyoona 100 arjoome
Taphataan Kubbaa Kaachoo Ameerikaa Maayikil Joordaan gareelee dhiittaa…