Browsing Category
Idil Addunyaa
Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kuma 14tti siqeera
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kuma 14tti siqeera.
Afrikaatti namoonni vaayraasii koroonaan qabaman kuma 13fi 674 gahu ibsi woorlid…
Ameerikaatti sa’aatii 24 keessatti vaayrasii koroonaatin namoonni kumni 2 ol ta’an lubbuu isaanii…
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC) - Ameerikaatti sa’aatii 24 keessatti vaayrasii koroonaatin namoonni kumni 2 ol ta’an lubbuu isaanii dhabaniiru.
Sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni…
Niwuyoork qofti namoota vaayrasi koroonaan qabaachun biyyoota hunda caalte
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) - Niwuyoork qofti namoota vaayrasi koroonaan qabaachun biyyoota hunda caalte.
Ragaan reefu bahan akka agarsiisanitti Ameerikaatti kutaan biyya Niwuyoork…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaanmanii qabamanii ariitiin dabalaa jira
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii ariitiin dabalaa jiraachuu himame.
Addunyaarratti namoonni vaayrasii…
Minseensonni Maatii Mootoota Saa’ud Arabiyaa 150 ol vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Minseensonni Maatii Mootoota Saa’ud Arabiyaa 150 ol vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii ibsame.
Saa’ud Arabiyaatti aanga’aa olaanaa tokko…
Weerarri dhibee koroonaa namoota biiliyoona walakkaa hiyyummaa keessa galchuu danda’a
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Weerarri dhibee koroonaa addunyaarratti qaala’iinsa diinagdee geessisuun namoota Biiliyoona walakkaa hiyyummaa keessa galchuu akka danda’u ibsame.…
Weerarri vaayrasii koroonaa dhimma siyyaasaa ta’uu hin qabu – Dhaabbata Fayyaa addunyaa
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – weerarri vaayrasii koroonaa dhimma siyyaasaa ta’uu akka hin qabne Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksisse.
Daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa…
Chaayinaan wayita vaayrasii koroonaarraa dandamachaa jirtutti, Ameerikaatti hammaachaa adhufeera
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012(FBC) - Chaayinaan wayita weerara vaayrasii koroonaarraa dandamachaa jirtutti, Ameerikaatti hammaachaa dhufeera.
Addunyaarratti namoonni miiliyoonni 1 fi…
Afrikaan bakka shaakala talaallii vaayrasi koroonaa hin taatu-Dhaabbata Fayyaa Addunyaa
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Hogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) yaada ogeessota fayyaa Faransaay qeeqan.
Hogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) yaada ogeessoonni…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasi koroonaan qabamanii kuma 10 darbe
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasi koroonaan qabamanii kuma 10 darbuu ragaaleen ni muldhisu.
Yeroo ammaa kana sadarkaa idil addunyaatti lakkoofsi…