Browsing Category
Idil Addunyaa
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bakkeewwan ummatni baayyatu hundatti maaskiin akka uffatamu gorse
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bakkeewwan ummatni baayyatu hundatti maaskiin akka uffatamu gorse.
Dhaabbatichi akka jedheetti, maaskii kaawwachuun akka…
Riippabliika Demookraatawaa Koongootti namoonni naga’aa kumni 1 fi 300 ajjeeffaman
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) –Riippabliika Demookraatawaa Koongootti namoonni naga’aa kumni 1 fi 300 ajjeeffamu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Walitti…
Braaziliitti lakkoofsi namoota Covid- 19 du’anii kan Xaaliyaanii caale
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) –Lakkoofsi namoota Braaziliitti dhibee Covid- 19 du’anii kan Xaaliyaanii caaluu himame.
Guyyaa kaleessaa qofa biyyattiitti namoonni kumn 1 fi…
Ameerikaan balalii xayyaarota imaltootaa Chaayinaadhaa taasifaman ittiste
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Ameerikaan balalii xayyaarota imaltootaa Chaayinaadhaa taasifaman ittiste.
Ittisni balalii imaltootaa kunis Waxabajjii 9 eegalee hojiirra…
Gibts naannoo waraanaa akka ijaarratu hin eeyyamne – Sudaan Kibbaa
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Mootummaan Sudaan Kibbaa Gibts naaannoo waraanaa Sudaan Kibbaatti akka ijarrattu eeyyame oduun jedhu odeeffannoo dhugaa miti jedhe.
Dhimmi…
Tiraamp mormii kutaalee biyyattii garaagaraatti adeemaa jirutti loltuu akka bobbaasuuf jiran…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Preezdantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp mormii kutaalee biyyattii garaagaraatti adeemaa jirutti loltuu akka bobbaasuuf jiran dhaadatan.…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 6 darbe
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 6 darbe.
Ragaan Yuunvarsiitii Joon Hoopkiins baase akka…
Tiraamp hariiroo biyyattiin Dhaabba Fayyaa Addunyaa waliin qabdu adda kutuusaanii ibsan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp hariiroo biyyattiin Dhaabba Fayyaa Addunyaa waliin qabdu adda kutuusaanii ibsaniiru.
Preezdaantichi Dhaabba…
Magaalaa Miiniiyaapoolisitti ajjeechaa sukkaneessaa Joorji Flooyid irratti raawwate balaaleffachuun…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Miiniiyaapoolisitti ajjeechaa sukkaneessaa Joorji Flooyid irratti raawwate balaaleffachuun itti fufe.
Ameerikaa magaalaa…
Ameerikaatti namoonni vaayrasii koroonaan lubbuun darbe kuma 100 caale
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ameerikaatti namoonni vaayrasii koroonaan lubbuun darbe kuma 100 caaleera.
Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp ‘utaalloo salphaadha’ osoo jedhanii…