Browsing Category
Idil Addunyaa
Dhaabbatichi karoora weerara vaayrasii koroonaa ittisuu dandeessisu ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman karoora weerara vaayrasii koroonaa ittisuu dandeessisu ifoomse.
Weerarichi dhiibbaa diinagdee…
Preezdaantiin Riippabliika Koongoo duraanii vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii darbe
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Riippabliika Koongoo duraanii vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii darbe.
Preezdaantiin Riippabliika Koongoo duraanii Jaakwiis…
Kooriyaan Kaabaa yaalii miisaa’elaa itti fufteetti
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Kooriyaan Kaabaa miisaa'ela furgugsuu itti fufteetti.
Wayita addunyaan weerara vaayrasii koroonaatin dhiphina hamaa keessa galetti, Kooriyaan Kaabaa…
Namoonni vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 34 ga’an
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Namoonni vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 34 ga'an.
Namoonni vaayrasichaan qabaman kuma dhibba 7 fi kuma 23 fi 700 ga'aniiru.…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma dhibba 1 fi kuma 12 fi 468 ga’e
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma dhibba 1 fi kuma 12 fi 468 ga’uu ibsame.
Xaaliyaanittis namoonni…
Afrikaatti namoonni dhibee COVID-19n du’an 117 ga’an
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoota dhibee COVID-19n qabaman kuma 3 fi 924 keessaa namoonni 117 du’uu isaanii Giddugalli Ittisaa fi To’annoo dhibee Afrikaa beeksise.…
Muusaa Faakiin vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’an
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) - Komishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaamaat qorannoo taasisaniin vaayrasii koroonarraa bilisa ta’uu isaanii mirkanaa’e.…
Traamp Jenaraal Mootars meeshaalee sirna hargansuuf gargaaran akka oomishu ajajan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp dhaabbanni Jenaraal Mootars meeshaalee sirna hargansuuf gargaaran akka oomishu ajajaniiru.
Dhaabbanni…
Dhibaa’ummaa nama tokkootin Hind namoota kuma 40 tursa addaa galchite
Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) –Dhibaa'ummaa nama tokkootin Hind namoota kuma 40 tursa addaa galchite.
Namichi vaayrasii koroonaatin qabame umriin isaa waggaa 70 ta'e lubbuun isaa…
Sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argame
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Guyyaa har’aa sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argamuu ibsame.
Ganama har’aa addunyaarratti namoonni…