Browsing Category
Idil Addunyaa
Sudaanitti guyyaa har’aa namoonni 137 dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Sudaanitti guyyaa har’aa namoonni 137 dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera.
Biyyattiiti lakkoofsi…
Weerara vaayrasii koroonaan booda faallamni qilleensaa sadarkaa olaanaan hir’isuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) – Waraana addunyaa 2ffaa as sadarkaa olaanaan faallamni qilleensaa baatii darbe keessa hir’isuu isaa qorannoon ifoomse.
Baatii darbe keessa…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 5 caale
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) – Turtii Baatii afurii fi walakkaa keessatti addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 5 caaluu ibsame.
Bara…
Sababa weerara vaayrasii koroonaan namoonni miiliyoonni 60 rakkoo hammaataf saaxilamu – Baankii…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan namoonni miiliyoonni 60 rakkoo hammaataf saaxilamuu akka danda’an Baankiin addunyaa akeekkachiise.
…
Hindii fi Baangilaadeeshi Bubbee cimaa rooba makateen miidhamuu danda’u jedhame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) – Hindii fi Baangilaadeesh sodaa Bubbee cimaa rooba make muudachuu danda’a jedhuun lammiilee isaanii miiliyoonaan lakkaawwaman godaansisaa jiru.…
Jiibuuttiitti vaayrasiin koroonaa namoota 117 irratti dabalataan argame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) – Jiibuutiitti sa’aa 24 keessatti vaayrariin koroonaa namoota 117 irratti dabalataan argamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksise.
…
Biyyoonni sadeen garaagarummaa hidha haaroomsaarratti qaban karaa nagaan furuu qabu- DhMG
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) –Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi garaagarummaa hidha haaroomsaarratti qaban karaa nagaan furuu akka qaban Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gaafate.…
Biriitaaniyaan foolii fuudhuu fi dhandhama dadhabuun mallattoo vaayrasii koroonaa keessatti kan…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Biriitaaniyaan namoota mallattoon foolii fuudhuu fi dhandhamuu dadhabuu isaan muudate qophaatti akka of baasaan taasisaa jiraachuu beeksifteerti.…
Talaalliin qaamni namaa vaayrasii koroonaa akka ofirraa ittisu barsiisuu danda’uu mallattoon…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Talaalliin qaamni namaa vaayrasii koroonaa akka ofirraa ittisu barsiisuu danda’uu mallattoon agarsiisan jiraachuu dhaabbatnii Ameerikaa takka beeksise.…
Dooktar Reek Maachaar dabalatee aanga’ooni Suudaan Kibbaa hedduun COVID-19n qabaman
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) - Itti Aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Dooktar Reek Maachaarii fi haadha warraa isaanii Angeliinaa Teenii dabalatee aanga'oonni mootummaa olaanoon…