Browsing Category
Idil Addunyaa
Iraaq Qorrii fi Cabbii hamaan mudate
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Kaaba Iraaq bulchiinsa Eerbiilitti Cabbii cimaan roobe miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu gabaafame.
Cabbii cimaa roobeen namoonni 19 achi buuteen isaanii…
Ayyaana Qillee Kutaalee Addunyaa garaagaraatti…
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC )- Guyyaan dhalachuu Iyyesuus Kiristoos ( qilleen Faranjootaa) kutaalee addunyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Ayyaanni Qillee…
Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du’an
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti mudateen du'uu Ministirri Muummee Liibiyaa beeksisan.
Jeneraal Mohaammad Alii Ahimad al-Haddad fi…
Jaappaan wiirtuu maddi anniisaa Niwukalarii addunyaarratti guddaadha jedhame hojii eegalchiisuufi
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) - Jaappaan wiirtuu madda anniisaa Niwukalarii addunyaarratti guddaadha jedhame waggoota 15 booda irra deebiin hojii eegalchiisuufi.
Jaappaan bara…
Ameerikaan garee IS Sooriyaatti argamurratti haleellaa cimaa raawwatte
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Waraanni Ameerikaa garee shoroorkeessaa IS sooriyaatti argamu irratti haleellaa cimaa raawwatte.
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, haleellaan…
Yuukreen Ameerikaa waliin marii nageenyaa haaraa taasisuufi
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Yuukreenii fi Ameerikaan xumura torbee kanaa marii nageenyaa haaraa taasisuufi jedhame.
Mariin haaraan kun Ameerikaatti kan mari’atamu ta’uu Keev poosti…
Ameerikaa fi Jaappaan shaakala waraanaa waloo gaggeessan
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Xiyyaaronni Ameerikaa humna niwukilaraa qaban boombii darbatoonni, Jeettii waraanaa Jaappaan waliin shaakala balallii taasisaniiru.
Chaayinaa fi…
Pireezidaanti Tiraampi badhaasa nageenyaa FIFA injifatan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi badhaasa nageenyaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa injifataniiru.
Sagantaa carraa baasuu Waancaa Addunyaa 2026…
Viilaadmiir Puutiin waggoota afur booda Hindi daawwachuuf garas imalan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waggoota afur booda Hindi daawwachuuf gara Niwu Deelhiitti imalaniiru.
Viilaadmiir Puutiin turtiisaaniin…