Browsing Category
Idil Addunyaa
Faransaayitti ho’a cimaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 olii darbe
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) –Faransaayitti ho’a cimaa yeroo ammaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 olii darbuu gabaafame.
Hammi namoota sababa ho’a mudateen du’anii isa torbee…
Sirni awwaalchaa Ayaatolaahii Alii Kameenii boruu eegalee raawwatama
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Sirni awwaalchaa hogganaa Waliigalaa duraanii Iraan Ayaatolaahii Alii Kameenii boruu eegalee guyyoota jahaan itti aananiif ni raawwatama.
Sirna…
Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda lubbuun argame
Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda jigjiga keessaa lubbuun argameera.
Lubbuu baraartootni ammas hojii…
Haadha fi mucaa guyyaa 18 balaa kirkira lafaa hamaa Veenzuweelaa irraa baraaraman…
Finfinnee, Wacabajjii 22, 2018 (FMC) – Balaa kirkira lafaa Veenzuweelaa muudateen lakkoofsi namoota du'anii kuma 1 fi 450 gahuu aanga'oonni biyyattii beeksisaniiru.
Balaa gaddisiisaa kana…
Faransaayitti xiyyaarri kufuun balaa uumameen lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Baha Faransaay magaalaa Toombilaayinitti xiyyaarri kufee caccabuun balalisaa xiyyaarichaa dabalatee lubbuun namoota 11 darbe.
Xiyyaarri siivilii…
Waraana Ameerikaafi Iraan irra deebiin…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Ameerikaan haleellaa diroonii Doonii Paanaamaa ulaa Hoormuuz irraan darbaa turerratti raawwatame hordofee Iraan irratti haleellaa haaraa raawwatteetti.…
Balaaa kirkira lafaa Veenzuweelaatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 235 qaqqabe
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Balaaa kirkira lafaa magaalaa Guddittii Veenzuweelaatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 235 qaqqabuu ibsame.
Namoonni kumni 4 fi 300 miidhaa…
Balaa Kirkira Lafaatiin Veenizuweellaatti Lubbuun Namoota 164 Darbe
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC) – Veenizuweellaatti edana kirkira lafaa walitti aansee mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 164 ga’uu Pirezidaantiin yeroo biyyattii Delsii…
Seeneetiin Ameerikaa murtee humna waraanaa biyyattii waraana Iraan keessa baasuuf dandeessisu…
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) –Seeneetiin Ameerikaa Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Humna Waraanaa biyyattii waraana Iraan keessa akka baasu seera ajaju sagalee olaanaan…
Ameerikaan Fandii Doolaara biiliyoona 12 baankitti dhorkamee ture Iraaniif kennuuf waliigalte
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Ameerikaan Fandii Doolaara biiliyoona 12 sababa qoqqoobbiin baankitti dhorkamee ture Iraaniif kennuuf waliigalteerti.
Ameerikaa fi Iraan waliigaltee…