Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaatti tajaajilli Tiiktookii addaan cite
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo ta’uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi…
Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu boruu hojiitti hiikamuu eegala jedhame
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu boruu ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee hojiitti hiikamuu ka jalqabu ta'uu gabaafameera.
Kaabineen Mootummaa…
Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin taasifame raggaasise
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin dheegganta taasifame raggaasiseera.
Kaabineen biyyattii dhimmoota…
Israa’elii fi Hamaas waliigaltee dhukaasa dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Baatiwwan 15 darbaniif walwaraanaa kan turan Israa'elii fi Hamaas dhukaasa dhaabuuf waliigaluun ibsame.
Akkaataa waliigaltichaan lammiileen Israa'eel…
Loos Anjeles balaa ibiddaa dabalataaf saaxilamuun hin oolu jedhame
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Loos Anjeles har’a galgalaa eegalee bubbee cimaa mudachuu malu hordofee magaalattiin balaa Ibiddaa dabalataaf saaxilamuu akka dandeessu ibsameera.…
Joo Baayidan Imaammata dhimma alaa bara bulchiinsa isaanii xumuraan Kuubaa tarree biyyoota…
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Bara Aangoo isaanii xumuraa kan jiran Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Kuubaa tarree biyyoota shororkeessitoota tumsan jalaa haquuf ta’uu Waayit…
Doonaaldi Tiraampi akkan Masaraa galeen Puutiin waliin mari’adha jedhan
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Pireezidaantii haaraa Ameerikaa ta’uun kan filaman Doonaaldi Tiraampi akka aangoo fudhataniin Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin kan…
Balaa Ibiddaa Loos Anjelesitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 24 qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Balaan Ibiddaa Ameerikaa kutaa Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa magaalaa Loos Anjelesitti mudate hanga ammaatti lubbuu nmoota 24 galaafachuu ibsameera.
Balaa…
Balaan Ibiddaa Loos Anjelesitti mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 13 darbuu fi manneen kumni…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Balaa Ibiddaa Ameerikaa Loos Anjelesitti mudateen hanga ammatti lubbuun namoota 13 yoo darbu, manneen jireenyaa fi Gamoowwan kumni 12 ol guutummaatti…
Keeniyaatti balaan xiyyaaraa mudate
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Keeniyaa Magaalaa Kiwaachochaatti balaa xiyyaarri kufuu mudateen lubbuun namoota sadii darbuu gabaafame.
Kannee ijaan argan akka ibsanitti, xiyyaarri…