Browsing Category
Idil Addunyaa
Doonaaldi Tiraamp fi Vooloodmiir Zeleniiskiin Waayit Haawusitti wal argan
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC) –Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp fi Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskiin yeroo lammataaf Waayit Haawusitti wal arguun mari’ataniiru.…
Pireezidaanti Vooloodmiir Zeleniiskiin waraanicha hatattamaan dhaabsisuu ni danda’u- Doonaald…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskiin waraana Raashiyaafi Yuukreen hatattamaan dhaabsisuu ni danda’u…
Pireezidaantiin Yuukreen Doonaald Tiraamp waliin Waayit Haawusitti yeroo lammataaf wal arguufi
Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskiin Pireezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp waliin Waayit Haawusitti yeroo lammataaf wal arguuf jedhu.…
Doonaald Tiraamp Viilaadmiir Puutiin waliin mari’achuuf gara Alaaskaatti imalan
Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhimma waraana Raashiyaafi Yuukreen irratti Pireezidaantii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin mari’achuuf gara…
Chaayinaa fi Hindi waggoota shan booda balallii xiyyaaraa kallattiin eegaluufi
Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) – Chaayinaa fi Hindi waggoota shan booda yeroo jalqabaaf balallii xiyyaaraa kallattiin adda addaatti eegaluuf akka jiran beeksisan.
Murteen kun addunyaa…
Taanzaaniyaan biyyoonni ulaa galaanaa hin qabne buufata Daaresalaam akka fayyadamaniif kutannoo qaba…
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Taanzaaniyaan biyyoonni ulaa galaanaa hin qabne buufata Daareselaam akka fayyadamaniif kutannoo qabaachuu ibsite.
Biyyattiin biyyoonni kunneen buufaticha…
Ergamaan Addaa Ameerikaa Istiiv Wiitkoof Viilaadmiir Puutiin waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2017(FMC) – Ergamaan Addaa Ameerikaa Istiiv Wiitkoof Pireezidaantii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin mari’atan.
Qaamoleen lameen haala waraana Raashiyaafi…
Ergamaan Addaa Ameerikaa Istiiv Wiitkoof Mooskoo galan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2017(FMC) - Ergamaan Addaa Ameerikaa Istiiv Wiitkoof dhimma waraana Raashiyaa fi Yuukireen irratti mari’achuuf Mooskoo galan.
Ergamaan addaa kun Buufata Xiyyaaraa…
Chaayinaan namoonni kumni 7 vaayirasii kana dura hin beekamneen qabamuu beeksiste
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC ) - Chaayinaa keessatti vaayirasiin busaan walqabatee dhufu namoota kuma 7 irratti argame jedhan aangawoonni biyyattii.
Bookeen busaa yeroo nama hidditu…
Sirni Daldalaa Biyyoota Karra Galaanaa hin qabne daangeessu Fooyya’uu qaba- Antooniyoo Gutareez
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC )- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Sirni Daldalaa addunyaa hirmaannaa biyyoota karra Galaanaa hin qabne daangessu…