Browsing Category
Idil Addunyaa
Xaaliyaanitti guyyaa kaleessaa qofa namoonni 627 vaayrasii koroonaan du’an
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Xaaliyaaniiti guyyaa kaleessaa qofa namoonni 627 vaayrasii koroonaan du’uu isaanii ibsameera.
Waliigala biyyattitti namoota kuma 47 fi…
Kooriyaan Kaabaa miisaa’ela fageenya gabaabaa furgugsite
Finfinnee, Bitootessaa 12, 2012 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa miisaa’ela fageenya gabaabaa furgugsite.
Miisaa’eelicha Piyoongiyaang jalqaba baatii kanaatti irra deebiin kan yaalte yoo ta’u,…
Afrikaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 769 keessaa namoonni 19 du’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 769 keessaa namoonni 19 du’aniiru.
Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiseetti Afrikaatti namoota…
Vaayrasiin koroonaa biyyoota Afrikaa 35 keessatti kan muul’ate
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Vaayrasiin koroonaa biyyoota Afrikaa 35 keessatti kan muul’ate yoo ta’u, namoonni 733 dhibee kanaan qabamaniiru.
Gibtsitti qofa namoonni 210…
Xaaliyaanitti guyyaa tokko keessatti namoonni 475 vaayrasii koroonaan du’an
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Xaaliyaanitti guyyaa tokko keessatti namoonni 475 vaayrasii koroonaan du’an.
Biyyichatti namoonni hanga ammaatti vaayrasichaan lubbuu isaanii darbe…
Chaayinaatti kaleessaa fi har’a namni vaayrasii koroonaan qabame hin jiru
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Chaayinaatti kaleessaa kaasee amma har’aatti namni vaayrasiin koroonaa irratti argame hin jiru.
Chaayinaatti baatii Faranjootaa Muddee darbe erga…
Vaayrasii koroonaan namoonni kumni 8 ol du’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Sadarkaa addunyaatti namoonni kumni 8 ol vaayrasii koroonaan du’uu isaanii ibsame.
Erga vaayrasiin koroonaa muul’ate addunyaarratti…
Jiibuutiitti namni vaayrasii koroonaan qabame argame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Jiibuutiitti namni vaayrasii koroonaan qabame argamuu ibsame.
Namni kun guyyoota 4 dura humna addaa Ispeenii gara biyyattii dhufe ta’uu…
Chaayinaa keessaatti haallii jiru fi jireenyaa bakka isaa duriitti deebi’aa jira
Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Chaayinaatti tatamsa’inni vaayrasii koroonaa hir’achaa dhufuu isaatiin biyyattiitti sosochiin idilee eegalamuu himameera.
Mootummaan Chaayinaa…
Ameerikaan buufatawwan waraanaa ijoo Iiraaqitti qabdu keessaa sadi gadi dhiisaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Ameerikaan buufatawwan waraanaa ijoo Iiraaqitti qabdu keessaa sadi gadi dhiisaa jirti.
Waraanni Yunaayitid Isteet torban dhufan kana…