Browsing Category
Idil Addunyaa
Kooriyaatti weerarri vaayrasii koroonaa irra deebiin sodaa uumera
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Kooriyaa Kibbaatti weerarri vaayrasii koroonaa irra deebiin sodaa uumera.
Biyyattiitti guyyaa har'aa qofa namoota 35 irratti vaayrasichi…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamani miiliyoona 4 darbe
Finfinnee, caamsaa 2, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamani miiliyoonaa 4 darbe.
Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman miiliyoona 4…
Ameerikaatti hojii dhabdummaan lammilee biyyatti harka 14.7’n saffisaan guddate
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ameerikaatti hojii dhabdummaan lammilee biyyatti harka 14.7'n saffisaan guddate.
JI'a Eebilaa darbe keessaa qofa lammileen biyyattii miliyoona 20.5 ta'an…
Ruwaandaatti Rooba cimaa roobeen lubbuun namoota 72 darbe
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Ruwaandaatti rooba cimaa roobeen namoonni 72 du’uu isaan tajaajjilii oduu biyyattii gabaaseera.
Balaa kanaan manneenii fi bu’uraaleen…
Hinditti balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) –Hinditti balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 15 darbe.
Kibba Dhiha biyyattiitti balaa Baabura fe’iinsarra qaqqabeen lubbuun namoota 15 batalumatti…
Biyyoonni daangeffama kaasuu eegaluun isaanii weerarri vaayrasii koroonaa irra deebiin babal’achuu…
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Biyyoonni daangeffama kaasuu eegaluun isaanii weerarri vaayrasii koroonaa irra deebiin babal’achuu akka danda’u sodaa uumuu ibsame.
Ameerikaatti…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa qorannoo Chaayinaan haala ka’umsa vaayrasii koroonaarratti taasiftu kan…
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa qorannoo Chaayinaan haala ka’umsa vaayrasii koroonaarratti taasiftu kan deeggaru ta’uu beeksise.
Qorannoon gaggeeffamu…
Afrikaatti weerarri vaayrasii koroonaa ariitiin itti fufeera
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoonni vaayrasiin koroonaa irratti argame kuma 55 fi 364 ga’eera.
Namoonni kumni 2 fi 83 ammoo du’aniiru jedhame.
Afrikaa Kibbaatti…
Lolaa Keeniyaatti muudateen lubbuun namoota 200 darbe
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Keeniyaatti roobni cimaan roobuun lolaa fi mucucaa lafaa muudateen lubbuun namoota 200 darbeera.
Balichaan kanneen lubbuun darbeen alatti namoonni kumni…
Biriitaaniyaatti lakkoofsi namoota dhibee COVID -19 du’anii biyyoota Awrooppaatti isa olaanaa ta’e
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Biriitaaniyaatti lakkoofsi namoota COVID -19 du’anii biyyoota Awrooppaatti isa olaanaa ta’uu himame.
Akka Ministeerri Fayyaa biyyattii…