Browsing Category
Idil Addunyaa
Balaa Ibiddaa Kaaliifoorniyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 10 gahe
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Balaa Ibiddaa Kaaliifoorniyaatti qabachuun hanga Loos Anjelesitti fulla’een lakkoofsi namoota du’anii 10 gahuu gabaafame.
Bubbee cimaan naannawicha jiru…
Balaan Ibiddaa Loosaanjalasitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 57 ta’u barbadeessuu…
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Balaan Ibidda Loosaanjalasitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 57tti tilmaamamu barbadeessuu gabaafame.
Balaan Ibidda Ameerikaa Kibba…
Loosaanjalasitti Ibidda Bosonaa mudate hordofee labsiin yeroo ariifachiisaa labsame
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Ameerikaa Loosaanjalasitti Ibidda Bosonaa mudate hordofee labsiin yeroo ariifachiisaa labsamuu gabaafame.
Balaa Ibiddaa kanaan namoonnii kumni 30 ol…
Kirkira Lafaan Lubbuun namoota 95 darbe
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)- Kibba Lixa Chaayinaa Bulchiinsa Tiibeetitti Kirkira lafaa Reektar Iskeelii 7.1 galmeesseen lubbuun namoota 95 yoo darbu, 130 irra ammoo miidhaan qaqqabuun…
Balaa Xiyyaaraa Kaaliifoorniyaatti mudateen lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Kaaliifoorniyaa Magaalaa Fulertanitti Xiyyaarri Xiqqoon tokko caccabuun lubbuu namoota 2 galaafachuu gabaafameera.
Balichaan namoota 18 irra miidhaan…
Tuuniiziyaatti balaa galagaluu bidiruun lubbuun namoota 27 darbe
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Naannawaa qarqara Bahaa Galaanaa Tuuniiziyaatti balaa galagaluu bidiruu mudateen lubbuun namoota 27 darbuu aanga’oonni biyyattii beeksisan.
Bidiruuwwan…
Yuukreen ujummoo boba’aa Raashiyaa gara Awurooppaa geessu adda kutte
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Yuukreen ujummoo boba'aa Raashiyaa gara biyyoota Awurooppaa geessu adda kutuu gabaafame.
Dhiyeessii gaazii Raashiyaa karaa Yuukreeniin biyyoota Gamtaa…
Ameerikaan buufataalee loltummaa finciltoota Huutii irratti haleellaa qiyyaaffate raawwatte
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Waraanni Ameerikaa Yemen Magaalaa Sana’aatti buufataalee loltummaa finciltoota Huutii irratti haleellaa qiyyaafate raawwachuun gabaafame.
Buufataalee…
Baatii damee Ayiveeshiniin Godaannisa seenaa galmeesse Muddee 2024
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Barri Faranjootaa 2024 xumuramaa jiru Baatiin Muddee Indaastirii Ayiveeshiniin Balaa hedduu keessummeessuu ibsameera.
Baatii kana keessa balaawwan…
Balaa Xiyyaaraa Kooriyaa Kibbaatti mudate hordofee gaddi biyyaalessaa guyyoota 7’f labsame
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Kooriyaan Kibbaa Balaa Xiyyaaraa halkan edaa mudate hordofee gadda biyyaalessaa guyyoota 7'f labsite.
Xiyyaarri Taayilaand Baankuukii imaltoota 175 fi…