Browsing Category
Idil Addunyaa
Joo Baayidan dhibee Kaansarii Gogaa isaan mudateef yaala baqaqsanii yaaluu raawwatan
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Joo Baayidan dhibee Kaansarii Gogaa isaan mudateef yaala baqaqsanii yaaluu raawwatan.
Maanguddoon Umrii waggaa 82…
Walitti hidhamiinsa Daldalaa Ardii cimsuun diinagdee Afrikaa guddisuu
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) - Walitti hidhamiinsa Daldalaa biyyoota Afrikaa gidduu jiru cimsuun diinagdee Afrikaa guddisuun barbaachisaadha jedhan Itti Aantuu dura Teessuun Komishinii…
Naayijeeriyaatti bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 60 darbe
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Kaaba Naayijeeriyaa Bulchiinsa Niijeeritti bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 60 darbuun gabaafame.
Bidiruun kun daa’imman dabalatee namoota 100 ol…
Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantiin Yukreen Moskoo akka daawwatan affeeran
Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Rashiyaa Vilaadmiir Puutiin, Pireezidaantiin Yukreen Vooloodmiir Zalaniskiin Moskoo akka daawwatan affeeran.
Puutiin daawwannaa…
Chaayinaan meeshaalee waraanaa haaraa ifoomsite
Finfinnee, Hagayya 28, 2017(FMC)- Waraanni Chaayinaa agarsiisa loltummaa guyyaa har’aa dhiyeesseen meeshaalee waraanaa haaraa ifoomseera.
Biyyattiin har’a guyyaa yaadannoo injifannoo…
Sirni bulchiinsaa haqa qabeessi akka jiraatuuf biyyoonni tumsuu qabu – Pireezidaanti Shii…
Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Pirezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi Addunyaa irratti sirni bulchiinsaa haqa qabeessi akka jiraatuuf biyyoonni tumsaan akka hojjetaniif waamicha…
Sudaanitti balaa Sigiga lafaan lubbuun namoota kuma 1 ol darbe
Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Sudaan Kutaa Bulchiinsa Daarfuuritti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota kuma oli darbeera.
Balaan kun kan mudate sababa walitti bu’iinsa…
Kirkira lafaa Afgaanistaanitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 800 caale
Finfinnee, Hagayya 26, 2017(FMC)- Balaa kirkira lafaa Baha Afgaanistaanitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 800 caaluun gabaafame.
Balichaan namoonni kumni 2 fi 500 ol miidhamuunis…
Chaayinaafi Hindiin wal dorgomuurra gara wal tumsuutti
Finfinnee, Hagayya 25, 2017(FMC) – Chaayinaafi Hindiin hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan.
Biyyoonni lameen waldhabdee daangaa dabalatee muddama waggoottanii booda hariiroo isaanii…
Kooriyaan Kibbaa barattoonni manneen barnootaa keessatti bilbila akka hinqabanne dhorkite
Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC) – Kooriyaan Kibbaa barattoonni barnootarra utuu jiranii bilbila akka hinfayyadamne seera dhorku raggaasisteetti.
Seerri kun bara faranjootaa 2026…