Browsing Category
Idil Addunyaa
Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay vaayrasii koroonaan qabame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay Firaank Riistar vaayrasii koroonaan qabamuun ibsameera.
Ministirichi vaayrasichaan qabamuu qorannoo taasiseen…
Burkiinaafaasootti haleellaa hidhattootan qaqqabeen namoonni 43 ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Burkiinaafaasootti haleellaa hidhattootan qaqqabeen namoonni 43 aajjeefamuun isaanii ibsame.
Hidhattoonni daangaa Burkiinaafaasoo fi Maalii kutaa…
Xaaliyaan sababa koroonaatin lammiileen biyyattii qa’ee isaanitiin ala sochii kamuu akka hin…
Finfinnee, Bitoottessa 1, 2012 (FBC) - Xaaliyaan sababa koroonaatin lammiileen miiliyoonni 60 qa’ee isaanii ala sochii kamuu akka hin taasifne labsii yeroo ariifachiisaan dhoorkite.…
IGAD yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffate
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa(IGAD) yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffate.
Barreessaa…
Muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook yaalii ajjeechaa jalaa ba’an
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook yaalii ajjeechaa jalaa ba'an.
Yaaliin ajjeechichaa kan taasifame har'a magaalaa…
Afrikaatti jalqabaaf namni tokko vaayrasii koroonaan du’e
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Lammiin Jarman koroonaa vaayrasiin qabamee Gibtsitti yaalamaa ture, lubbuun isaa darbuun himame.
Gibtsitti Sanbata darbe namoonni 45 vaayrasii…
Komaandarri Al Shabaab Baashir Mahaammad haleellaa qilleensarraatiin ajjeefame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Komaandarri Al Shabaab Baashir Mahaammad haleellaa qilleensarraatiin ajjeefame.
Haleellaan qilleensaaa Somaaliyaa keessatti raawwatame komaandara…
Xaaaliyaan lammiilee miliyoona 16 ta’an sababa weerara vaayrasii koroonaan sochii isaanii…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Xaaaliyaan lammiilee miliyoona 16 ta’an sababa weerara vaayrasii koroonaan sochii isaanii daangessite.
Kutaa bulchiinsa Lombardii keessatti…
Xaaliyaanitti lakkoofsi namoota koroonaa vaayrasiin du’anii 197 ga’eera
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Xaaliyaanitti lakkoofsi namoota koroonaa vaayrasiin du’anii 197 ga’uun himameera.
Ka’umsa isaa Chaayinaa kan taasise koroonaa vaayrasiin…
Raashiyaa fi Tuurk dhukaasa Idiliib dhaabuuf waliigaltee haaraarra ga’an
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC0 - Raashiyaa fi Tuurk dhukaasa Sooriyaa Idiliib dhaabuuf waliigaltee haaraa hojirraa oolchuu eegalaniiru.
Mooskootti preezdaantiin Raashiyaa…