Browsing Category
Idil Addunyaa
Kooriyaa Kibbaatti Xiyyaarri Kufee caccabuun lakkoofsi namoota du’anii 96 qaqqabe
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Kooriyaa Kibbaatti Xiyyaarri namoota 181 fe'ee imalaa ture Kufee caccabuun lakkoofsi namoota 96 qaqqabuu gabaafame.
Xiyyaarri Taayilaand Baankuukii…
Putiin Xiyyaara Azarbaajaan kufee caccabeef dhiifama gaafatan
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Pireezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Naannoo Qilleensa Raashiyaa keessatti xiyyaaraAzarbaajaan kufuun balaa suukanneessaa mudateef Pireezidaantii…
Moorookootti Bidiruun Godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lubbuun namoota 69 darbuun ibsame
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Moorookootti Bidiruun godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lammiilee Maalii 25 dabalatee lubbuun namoota 69 darbuun ibsame.
Bidiruun Ispeen ga'uuf…
Azarbaajaan Gadda Biyyalessaa labsite
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Kaazaakistaanitti kaleessa Xiyyaarri kufuun balaa uumame hordofee Azarbaajaan Gadda Biyyaalessaa labsuun eerame.
Xiyyaarri imaltoota 62 fi hojjettoota…
Kaazaakistaanitti xiyyaarri imaltoota 62 fe’e kufe
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Kaazaakistaanitti xiyyaarri imaltoota 62 fi hojjettootaa xiyyaarichaa shan fe’e naannawaa Magaalaa Aktaawutti kufuun dhaga’ame.
Balichaan hanga ammaatti…
Qabeenya Raashiyaa Ugguraman keessaa Doolaarri biiliyoonni 1 Yuukireeniif liqiin kenname
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Bu’aa qabeenya Raashiyaa Ugguramanii keessaa Doolaarri biiliyoonni 1 Yuukireeniif liqiin kennamuun gabaafame.
Mooskoon qabeenya isheerratti tarkaanfii…
Daandiin Qilleensaa Ameerikaa balalliiwwan dhaabee turuu ibsame
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Har'a rakkoo Teeknikaa mudate hordofee Daandiin Qilleensaa Ameerikaa guutuu biyyattiitti balalliiwwan dhaabee turuu ibsameera.
Dhorkaan naannoo sa'aatii…
Biyyoonni 9 miseensa haaraa BRICS ta’uufi jedhame
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Amajjii 1 eegalee biyyoonni 9 miseensa haaraa garee Diinagdee BRICS ta’uuf waliigaluu ibsame.
Beelaaruus, Vooliiviyaa, Indooneezyiyaa, Kaazaakistaan,…
Xiyyaarri Waraanaa Ameerikaa dogoggoraan rukutamte
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Shakalarra lan turte xiyyaarri waraanaa Ameerikaa Naannawaa galaanaa Diimaatti waraana Ameerikaan dogoggoraan rukutamuun kufuun gabaafame.
Balalistonni…
Raashiyaan Yuukreen waliin mari’achuuf haal duree keesse
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Raashiyaan Yuukreen waliin mari'achuuf haal dureewwan hojiirra ooluu qaban beeksifte.
Raashiyaan waldhabdee biyyoota lamaan gidduu jiru mariin furuuf…