Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin boqotan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin umrii waggaa 82ffaa isaaniitti addunyaa kanarraa du'aan boqotan.
Muhaammaduu Buhaariin…
Doonaald Tiraampi miidhaa balaan Lolaa Teeksaasitti qaqqabsiise daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi miidhaa balaan Lolaa Teeksaasitti qaqqabsiise daawwataniiru.
Balichi mudachuu akka danda'u akeekkachiifni…
Shakkamtoonni karaa seeraan alaa yakka namoota daddabarsuun shakkaman 150 ol to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) –Duula sadarkaa idil addunyaatti eegalameen guyyoota 6 keessatti shakkamtoonni karaa seeraan alaa yakka namoota daddabarsuun shakkaman 150 ol…
Lakkoofsi namoota balaa lolaa Teeksaasin du’anii 82 qaqqabe
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lakkoofsi namoota balaa lolaa Ameerikaa bulchiinsa Teeksaasitti mudateen du'anii 82 qaqqabeera.
Namoota lubbuun darban keessaa 28 daa’imman ta’uun…
Addunyaa irratti dhiibbaan BRICS dabalaa dhufeera – Pirezidaanti Putiin
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC) - Dhiibbaan BRICS siyaasa, dinagdee fi sochii hawaasummaa idil addunyaa keessatti qabu dabalaa dhufeera jedhan Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin.…
Ameerikaa Teeksaasitti balaa lolaan lubbuun namoota 24 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Ameerikaa Bulchiinsa Teeksaasitti guyyaa kaleessaa balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 24 darbeera.
Pireezidaantiin Biyyaatii Doonaald Tiraampi…
Interpool Yakkoota Daangaa Ce’oo ittisuuf Gamtaa Afrikaa waliin ni hojjeta
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Poolisii Idil Addunyaa yakkoota daangaa ce’oo ittisuuf Gamtaa Afrikaa waliin nan hojjedha jedhe.
Dura Taa’an Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii…
Israa’eel Gaazaatti guyyoota 60’f dhukaasa dhaabuuf waliigalte
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Israa’eel Gaazaatti guyyoota 60’f dhukaasa dhaabuuf haala duree dandeessisan raawwachuuf waliigalte jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi.…
Afrikaan Xaa’oo biyyoo alaa galchuu ni dhaabdi – Aliikoo Daangootee
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Afrikaan baatiwwan 40'n itti aanaan keessatti Xaa'oo biyyoo alaa galchuu ni dhaabdi jedhan Abbaan Qabeenyaa lammiin Naayijeeriyaa Aliikoo Daangooteen.…
Iraan namoota 700 ol MOSAD waliin hidhata qabu jechuun hiite
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Iraan namoota 700 ol dhaabbata basaasaa Israa’el MOSAD waliin hidhata qabu jechuun hiite.
Iraan guyyoottan 12 darbanitti namoota 700 ol Israa’el…