Browsing Category
Idil Addunyaa
Dhaabbanni Meetaa kabaja guyyaa Tiraampi aangoo fudhataniif Doolaara miiliyoona 1 gumaachuu ibsame
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Feesbuukii, Waatisap, Inistaagiraam Meetaan kabaja guyyaa aangoo fudhachuu Doonaald Tiraampiif Doolaara miiliyoona 1 gumaachuu gabaafame.
Hojii…
Haasawa jibbiinsaa eenyummaarratti xiyyeeffate qolachuuf tattaaffiin waloo akka taasiifamu waamichi…
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Haasawa jibbiinsaa eenyummaarratti xiyyeeffate qolachuuf tattaaffiin waloo akka taasiifamu Gamtaan Afrikaa waamichi dhiyaasse.
Yaa’iin Ittisa Haasawa…
Sudaanitti haleellaa Boombiin raawwatameen lubbuun namoota 28 darbe
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Haleellaa Boombii buufata Boba’aa Kibba Magaalaa Kaartumitti argamurratti raawwateen lubbuun namoota 28 darbuu ibsame.
Namoonni 37 ammoo miidhaa…
Tiraamp daa’imman US’tti dhalataniif seera battala lammummaa US kennu dhorkuuf ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Pireezidantii Ameerikaa ta'uuf kan filataman Donaald Tiraamp namoota Ameerikaa keessatti dhalataniif battala lammummaa biyyattii argachuu seera eeyyamu ni…
Somaaliilaandi fi Ameerikaan marii tumsa waloo cimsuu gaggeessan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC)-Somaaliilaandi fi Ameerikaan marii tumsa waloo cimsurratti xiyyeeffate gaggeessaniiru.
Jilli Ameerikaatti Ambaasaaddara Somaaliyaa Riichaardi Raayilii fi…
Naamiibiyaan Pireezidaantii dubartii jalqabaa filatte
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Naamiibiyaan filannoo falmisiisaa ta'e torbee darbe erga gaggeessitee booda Pireezidaantii dubartii jalqabaa filachuu ibsameera.
Komishiniin Filannoo…
Chaansilar Oolaaf Shooliiz Yuukreeniif deeggarsa waraanaa dabalataa taasisuuf waadaa galan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Chaansilarri Jarman Oolaaf Shooliiz Yuukreeniif deeggarsa waraanaa dabalataa taasisuuf waadaa galaniiru.
Chaansilar Oolaaf Shooliiz Yuukreenitti…
Joo Baayiden ilma isaaniif dhiifama taasisan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayiden Ilma isaanii Hanter Baayidan meeshaalee waraanaa fi Taaksiin shakkamee adabamuuf tureef dhiifama taasiisuun…
Ameerikaan waliigaltee gurgurtaa meeshaalee waraanaa Doolaara miiliyoona 300 fi miiliyoona 85…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ameerikaan waliigaltee gurgurtaa meeshaalee waraanaa Doolaara miiliyoona 300 fi miiliyoona 85 Taayiwaan raggaasisuu beeksiste.
Gurgurtaan meeshaalee…
Pireezidaanti Puutiin misaa’ela haaraa Orshiinik kan fayyadaman ta’uu ibsan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin, haleellaa Yuukreen biyya isaanirratti raawwattuuf misaa'ela haaraa Orshiinik fayyadamuun deebii kan kennan…