Browsing Category
Idil Addunyaa
Imala miseensota maatii tokkoo lubbuu namoota 5 galaafate
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Imala miseensota maatii tokkoo lubbuu namoota 5 galaafate balaa Xiyyaaraa Hindii.
Ogeessa Sooftweerii kan ta’e Dooktar Piraatiik Joosiin waggoota…
Lubbuu du’arraa baraaramte
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Dhalatan Hindii lammumman isaa Ingiliz ta’e Viishvaash Kumaar Raameesh balaa xyaaraa har’a Hinditti mudate irraa hafuun isaa ajaa’iba jedhamaa jira.…
Balaa xiyyaaraa Hinditti mudateen lubbuun namoota 204 darbuun mirkanaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Balaa xiyyaaraa Hinditti mudateen lubbuun namoota 204 darbuun mirkanaa’eera jedha gabaasni BBC.
Xiyyaarri “Booyiing 787- 8” Hindii buufata xiyyaaraa…
Biyyoonni Kibbaa guddina waloof tumsaan akka hojjetan Chaayinaan gaaffatte
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Biyyoonni Kibbaa guddinarra jiran guddinaa fi mul’ata waloof tumsaan akka hojjetan Chaayinaan gaaffatte.
Chaayinaan Afrikaa fi biyyoota kibbaa waliin…
Israa’elii fi Sooriyaan muddama gidduu isaanii jiru tasgabbeessuf marii eegalan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Israa'elii fi Sooriyaan muddamaa gidduu isaanii jiruu fi waldhabdee naannawaa daangaatti mul'atu tasgabbeessuf marii eegaluu gabaafame.
Mariin kun…
Tumsi hundagaleessi Gamtaa Afrikaan taasifaman nageenyaaf gumaacha olaanaa qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Tumsi hundagaleessi naannawaa fi dhaabbilee hammattoo Gamtaa Afrikaa jalatti taasifaman nageenyaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin Raashiyaa…
Baankiin Misoomaa Afrikaafi Korporeeshiniin Invastimantii Jarman damee dhuunfaa cimsuuf tumsaan…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)- Baankiin Misoomaa Afrikaafi Korporeeshiniin Invastimantii Jarman damee dhuunfaa cimsuuf tumsaan akka hojjetan ibsan.
Hoggantoonni dhaabbilee lameenii…
Gamtaan Awurooppaa qoqqoobbii diinagdee Sooriyaarra kaa’ee ture kaasuuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) - Pireezidaantiin duraanii Sooriyaa Bashir Al Alaasaad aangorraa ka'uu hordofee Gamtaan Awurooppaa qoqqoobbii diinagdee Sooriyaarra kaa'ee ture kaasuuf…
Pireezidaanti Puutiin Raashiyaan waliigaltee dhukaasa dhaabuufi marii nageenyaaf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC ) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantii Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi waliin marii Istaanbuuliin booda bilbilaan mari’ataniiru.…
Joo Baayidan dhibee Kaansariin qabamuun dhagahame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Joo Baayidan dhibee kaansariin qabamuu waajjirri isaanii beeksiseera.
Joo Baayidan dhibee kaansarii "Pirooteesti"…