Browsing Category
Idil Addunyaa
Abdirraahmaan Mohaammad Abdillaahiin Pireezidaantii Somaaliilaandi ta’uun filaman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- “Irro” jedhamuun kan beekaman Abdirraahmaan Mohaammad Abdillaahiin Pireezidaantii Somaaliilaandi ta'uun filamaniiru.
Komishiniin filannoo Somaaliilaandi…
Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Somaaliilaand raawwatame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Somaaliilaand Ahimad Mohaammad raawwatameera.
Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti…
Faalamni qilleensaa Niwudeelhii dukkaneesse
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Faalama qilleensaa magaalaa gudditti Hindii Niwudeelhiitti mudateen hurriin sochiif rakkisaa ta’e umamuun ibsame.
Gabaasaaleen ba’aa jiran akka…
Joo Baayidan, Yuukreen misaa’eela fageenya dheeraa Raashiyaatti akka dhukaastu eeyyaman
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan, Yuukreen misaa’eela fageenya dheeraa biyyattiin dhiyeessituuf Raashiyaatti akka dhukaastu yeroo jalqabaaf eeyyaman.…
Israa’eel hogganaa Miidiyaa Hiizboolaahi ajjeesuu beeksifte
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) –Raayyaan Ittisaa Israa'eel hogganaa Miidiyaa Hiizboolaahi Mohaammad Afiif Sayid ajjeesuu beeksiseera.
Waraanni Israa'eel har'a giddugala Beeruutiitti…
Raashiyaan maddeen anniisaa Yuukreen irratti haleellaa Qilleensaa olaanaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Raashiyaan erga Waraanni Raashiyaa - Yuukreen eegalee as haleellaa qilleensaa cimaa jedhame maddeen Anniisaa Yuukreen irratti raawwachuu ibsameera.…
Pireezidaantoonni Ameerikaa fi Chaayinaa Peeruu galan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidaanifi gitni isaanii Chaayinaa Shii Jiinpiingi Yaa’ii Tumsa Eeshiyaa Paasiifikirratti hirmaachuuf Peeruu Liimaa…
Ispeen hamma Roobaa Baatii tokkoof gahu sa’aatii tokko keessatti keessummeessite
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) - Ispeen hamma Rooba Baatii tokkoof gahu sa'attii tokko keessatti keessummeessuun lammiileen kumaatamaan lakkaa'aman buqqa'uu ibsame.
Torbee lama dura…
Somaaliilaandi filannoo Pireezidaantummaan booda
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) –Guyyaa kaleessaa filannoo Pireezidaantummaa gaggeessaa kan oolte Somaaliilaandi har’a gara sochii idileetti deebi’uu ibsameera.
Biyyattiitti guyyaa…
Hammaachuu rakkoo nageenyaa Somaaliyaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Magaalaa Guddoo Somaaliyaa Moqaadishootti haleellaa Boombiin raawwatameen lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Haleellaan kun miseensota qaamolee…