Browsing Category
Idil Addunyaa
Hammaachuu rakkoo nageenyaa Somaaliyaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Magaalaa Guddoo Somaaliyaa Moqaadishootti haleellaa Boombiin raawwatameen lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Haleellaan kun miseensota qaamolee…
Pireezidaanti Erdoohaan biyyi isaanii hariiroo Israa’eel waliin qabdu addaan kutuu ibsan
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Turki hariiroo dippiloomaasii Israa’eel waliin qabdu addaan kutuu Pireezidaantiin Biyyattii Reesiip Xayiib Erdoohaan beeksisan
Pireezidaanti Erdoohaan…
Eloon Maaski Hogganaa Kutaa Raawwii Mootummaa Ameerikaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Abbaan Qabeenyaa Dhaabbata Teeslaa fi Fuula Hawaasummaa “X”(Tiwiitara duraanii) Eloon Maaski, Doonaaldi Tiraampiin Hogganaa Kutaa Raawwii Mootummaa…
Filannoon Pireezidaantummaa 4ffaan Somaaliilaanditti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC) –Filannoon Pireezidaantummaa 4ffaan Somaaliilaanditti gaggeeffamaa jira.
Filannoon Pireezidaantummaa lammiilee biyyaattiif murteessaa ta’uu filattoonni…
Somaaliilaand boru filannoo Pireezidaantummaa ni gaggeessiti
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Somaaliilaand boru yeroo 4ffaaf filannoo Pireezidaantummaa ni gaggeessiti jedhame.
Taajjabdoonni filannoo idil addunnyaa adeemsa filannichaa taajjabuuf…
Chaayinaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 35 darbe
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Kibba Chaayinaatti Konkolaachisaa dhuunfaan tokko konkolaataa qabatee bakka namoonni hedduun walitti qabamanii turan Istaadiyeemii Zuuhayi keessa lixuu…
Paakistaanitti dhohiinsa Boombii mudateen lubbuun namoota 25 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Paakistaan Bulchiinsa Baaloochiistaan Buufata Baaburaarratti dhohiinsa Boombii mudateen lubbuun namoota 25 darbuu ibsameera.
Namoota 60 olirra…
Demookiraatonni filannoo Ameerikaan injifatamuu hordofee walqeequu itti fufan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Af-Yaa'iin duraanii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Ameerikaa Naansii Peeloosii Joo Baayidan dorgommii keessaa dafee bahuu dhabuun warri…
Tiraamp qindeessituu duula filannoosaa kan turte Suuzii Waayils hoggantuu Waajjira Waayit Haawus…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) –Doonaald Tiraamp duula filannoosaa qindeessuun kan milkoofte Suuzii Waayils hoggantuu waajjira Waayit Haawus taasisuun muudaniiru.
Haadha iccitii…
Pireezidaanti Joo Baayidaan karaa nagaan aangoo dabarsuuf waadaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) - Yeroo aangoo isaanii xumuraa kan jiran Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan karaa nagaan aangoo dabarsuuf waadaa galaniiru.
Paartii…