Browsing Category
Idil Addunyaa
Maaynaamaaritti kirkira lafaa reektar iskeelii 7.7 galmeessise mudate
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Giddugala Maaynaamaaritti kirkira lafaa reektar iskeelii 7.7 galmeessise mudachuu hordofee balaan mudachuu dhagahame.
Hanga ammaatti lakkoofsi…
Raashiyaan walitti hidhamiinsi Afrikaa akka cimuuf nan deeggara jette
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC) –Raashiyaan walitti hidhamiinsi biyyoota Afrikaa akka cimuuf kan deeggartu ta'uu beeksifte.
Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Ivgeenii…
Seep Bilaatarii fi Miisheel Pilaatiniin yakka ittiin himatamanirraa bilisa jedhaman
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin duraanii FIFA Seep Bilaatarii fi Pireezidaantiin Duraanii Waldaa Kubbaa Miilaa Gamtaa Awurooppaa Miisheel Pilaatiniin yakka ittiin…
Gamtaan Afrikaa tattaaffii Somaaliyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf taasifamu akka deeggaru ibse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Gamtaan Afrikaa tattaaffii Somaaliyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf taasifamu deeggaruuf kutannoo qabaachuu mirkaneesse.
Somaaliyaa daawwachaa kan…
Mariisistoonni Ameerikaa mari’attoota Raashiyaa fi Yukireen waliin kopha kophaatti mar’iachuun…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) Waraana Raashiyaa fi Yukireen dhaabsisuu fi nagaa buusuuf mariisistoonni Ameerikaa mari’attoota Raashiyaa fi Yukireen waliin kopha kophaatti mar’iachuun…
Xiyyaaroonni gara Buufata Xiyyaaraa Heetiroow balali’aa turan kallattii jijjiiruuf dirqaman
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Balaa Ibiddaa Magaalaa Landan dhiyeenya Buufata Xiyyaaraa Heetiroowitti mudate hordofee buufatichi guutummaatti cufamuu dhaga’ameera.
Sababa…
Ergama kabachiisa nageenyaa Yuukreen irratti walga’iin taa’amuufi
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Ergama kabachiisa nageenyaa Yuukreen irratti guyyaa har’aa walga’iin Ingilizitti akka taa’amu gabaafameera.
Gamtaa Awurooppaafi NATO dabalatee…
Doonaaldi Tiraampi Pireezidaantii Yuukireen waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Pireezidaantii Yuukireen Voloodmiir Zelaniskii waliin bilbilaan marii bu’aa qabessaa taasisuu ibsaniiru.…
Putiin dhaabbileen daldalaa Ruusiyaa biyyoota miseensa ‘’BRICS’’ waliin akka tumsan hubachiisan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Pirezidaantiin Ruusiyaa Vilaadmiir Putiin dhaabbileen daldalaa biyya isaanii biyyoota miseensa ‘BRICS’ waliin akka tumsan hubachiisan.
Pirezidaantichi…
Raashiyaan haleellaa bu’uuraalee misooma Inarjiirratti raawwatamu dhaabuuf waliigalte
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin haala waraana Raashiyaa - Yuukreen dhaabuun…