Browsing Category
Idil Addunyaa
Balaa Bidiruun lubbuun namoota 11 yoo darbu, namoonni 60 ol achi buuteen isaanii dhabame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Qarqara Galaanaa Xaaliyaanitti guyyaa kaleessaa balaa Bidiruu lama muudateen lubbuun namoota 11 yoo darbu, namoonni 60 ol achi buuteen isaanii dhabamuu…
Ministirri Muummee Israa’eel Kaabinee Waraanaa biyyattii diigan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Israa’eel Beeniyaamii Neetaaniyaahuun Kaabinee Waraanaa biyyattii diiguun isaanii ibsame.
Ministirri Kaabinee Waraanaa Israa'eel…
Paartileen Afrikaa Kibbaa mootummaa waloo ijaaruuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Paartileen Afrikaa Kibbaa filannoo torban lama dura gaggeefameen sagalee mootummaa ijaaruu osoo hin argatiin hafan mootummaa waloo ijaaruuf…
Biyyoonni miseensa garee 7 qabeenya Raashiyaa dhorkaman akka wabiitti qabachuun liqaa Doolaara…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Biyyoonni miseensa garee 7 qabeenya Raashiyaa akka hin sochoone dhorkaman akka wabiitti qabachuun liqaa Doolaara biiliyoona 50 Yuukreeniif eeyyamaniiru.…
Koongotti Bidiruun garagaluun lubbuun namoota 80 olii darbe
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Laga dhiyeenya Magaalaa Guddoo Koongoo Kiinshaasaatti argamutti Bidiruun namoota 270 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 86 olii…
Israa’eel haleellaa qilleensaarraan raawwatteen Ajajaa Olaanaa Hizboollaa ajjeefame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Israa’eel Naannawaa Kibba Liibaanositti haleellaa qilleensaarraan raawwatteen Ajajaa Olaanaa Hizboollaa Taaleeb Abdallaan ajjeefame.
Maqaa masoo Abuu…
Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera.…
Manni Maree Nageenyaa DhMG wixinee dhukaasa dhaabuu Gaazaa Ameerikaan qopheessite deeggare
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii wixinee dhukaasa dhaabuu Gaazaa Ameerikaan qopheessite deeggaruun sagalee kenne.…
Iraan kaadhimamtoota Pireezidaantummaaf dorgoman ifoomsite
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimma Biyya keessaa Iraan kaadhimamtoota Pireezidaantummaa biyyattiif dorgoman ifoomseera.
Ministeerichi filannoo Pireezidaantummaa…
Waraanni Yuukireen misaa’eloota 5 fi dirooniiwwan 48 Raashiyaarraa dhukaafaman kuffisuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Humni Qilleensaa Yuukireen, kan Raashiyaan halkan dhukaafte misaa’eloota shanii fi dirooniiwwan 53 keessaa 48 rukuttee kuffisuu waraanni…