Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan beekkamtii dippilomaatota Ingiliz ja’a haqxe
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Raashiyaan yakka basaasaan kan shakkiteen dippiloomaatota Ingiliz ja’a beekkamtii isaanii haquu beeksiste.
Tajaajilli Nageenyaa fi Tasgabbii Raashiyaa,…
Naayijeeriyaatti Boottee Boba’aa fe’erra balaa mudateen lubbuun namoota 50 olii darbuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Naayijeeriyaa Kutaa bulchiinsa Kaabaatti Bootteen Boba’aa fe’e Konkolaataa horii fe’e tokko waliin walitti bu’uun lubbuu namoota 50 olii galaafachuu…
Keeniyaatti balaa ibiddaa Mana Barumsaarraa qaqqabeen lubbuun barattoota17 darbe
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Keeniyaatti balaa ibiddaa mana Barumsaa sadarkaa1ffaarra qaqqabeen lubbuun barattoota17 darbuun ibsame.
Balichi giddugala Keeniyaatti kan argamu Mana…
Kan ibiddaan gubamte Atileet Rebekaa Cheepteegaan boqotte
Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Atileetiin lammii Ugaandaa Rebekaa Cheepteegaan fiigichaa maaraatooniin Olompikii Paarisirratti hirmaattee fi jaalallee isheen ibiddan gubamte boqochuun…
Rakkoon nageenyaa fi qoodinsi qabeenyaa haqa qabeessa hin taane furmaata waloo biyyootaa barbaada –…
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Rakkoon nageenyaa fi qoodinsi qabeenyaa haqa qabeessa hin taane addunyaa qormaata keessa galchaa jiru furmaata waloo biyyootaa kan barbaadu ta’uu…
Chaayinaan Afrikaaf Doolaara biiliyoona 51 dhiyeessuuf waadaa galte
Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)-Chaayinaan faayinaansii haaraa bifa liqii fi deeggarsa garaagaraan Doolaara biiliyoona 51 akka dhiyeessitu beeksiste.
Fooramiin walta’iinsa…
Atileetiin Olompikii Paaris irratti hirmaatte jaalallee isheen gubamuun dhaga’ame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Fiigicha Maaraatoonii Olompikii Paarisirratti kan hirmaatte Atileetiin Lammii Ugaandaa Rebekaa Cheepteegee mana ishee keessatti jaalallee isheetiin ibiddaan…
Pireezidaantiin Raashiyaa Moongooliyaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Moongooliyaa daawwachaa jiraachuun ibsame.
Waraana Raashiyaa fi Yuukireeniin walqabatee bara darbe Manni…
Yakka namoota seeraan ala daddabarsuun akkaan barbaadamaa kan ture Abdiil Raahimaan Miilaad…
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) – Yakka namoota seeraan ala daddabarsuun akkaan barbaadamaa kan ture Abdiil Raahimaan Miilaad Liibiyaa keessatti ajjeefamuu gabaafame.
Namni dhuunfaan…
Heelikooftarri Raashiyaa imaltoota 22 qabattee turte baduun dhaga’ame
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Heelikooftarri Raashiyaa imaltoota irraa hedduun isaanii tuuristoota ta’an 22 qabattee imalaa turte naannawaa Magaala Kaamchaatkaatti dhabamuun gabaafame.…