Browsing Category
Idil Addunyaa
Kaaba Gaazaatti daa’immaan sababa hanqina nyaataan du’aa jiraachuu DhFA beeksiise
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) - Kaaba Gaazaatti daa’immaan sababa hanqina nyaataan du’aa jiraachuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Kaaba Gaazaatti Hospitaaloonni barbadaa’uu,…
Raashiyaan xiyyaarota nam-maleeyyii Yuukireen 38 rukuttee kuffiste
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Raashiyaan xiyyaarota nam-maleeyyii Yuukireen 38 rukuttee kuffisuu beeksiste.
Ministeerri Ittisaa Raashiyaa akka beeksisetti, waraanni Yuukireen…
Dhaabbanni Elektirikaa Gaanaa Paarlaamaan biyyattii hojiirra osoo jiruu tajaajila Elektirikaa irraa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Elektirikaa Gaanaa Paarlaamaan biyyattii kaffaltii waan hin raawwanneef hojiirra osoo jiruu tajaajila Elektirikaa irraa kutuu ibsame.…
Loltoonni NATO Yuukreen tumsuuf kan bobba’an taanaan haalli walxaxaa fi rakkisaa ta’e uumamuu…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Loltoonni Dhaabbata Waadaa Kaaba Atilaantiik (NATO) Yukreen tumsuuf kan bobba’an taanaan addunyarratti haalli walxaxaa fi rakkisaa ta’e uumamuu akka…
Erga waraanni eegalee loltoonni kumni 31 jalaa ajjeeffamuu Yuukreen beeksifte
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) – Erga Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen eegalee waggaa lamaan darban keessa Loltoonni Yuukreen kumni 31 jalaa ajjeefamuu Pireezidaantiin Yuukreen…
Joo Baayidan idaa barnootaa Doolaara biiliyoona 1.2 barattootarraa haqan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Pireezidaantii Joo Baayidan liqaa barnootaa Doolaara biiliyoona 1.2 ta'u haquun gabaafame.
Maallaqni kun barattoota kuma 153 ta'an…
Gamtaan Awurooppaa qoqqobbii marsaa 13ffaa Raashiyaarra kaa’ame raggaasise
Gamtaan Awurooppaa qoqqobbii marsaa 13ffaa Raashiyaarra kaa’ame raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa qoqqobbii marsaa 13ffaaf Raashiyaarra kaa’ame…
Finciltoonni Huutii Doonii Ingiliiz irratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Finciltoonni Huutii Doonii Ingiliiz Galoogalaa Eedanirra socho’aa turte Misaa’eelaan haleeluu Dubbii Himaan Finciltoota Huutii beeksise.
Doonii…
Koomishiniin Awurooppaa deeggarsa namoomaaf Yuuroo biiliyoona 1.8 ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)-Komishiniin Awurooppaa deeggarsa namoomaa biyyoota garaagaraaf kan oolu Yuuroo biiliyoona 1.8 raggaasise.
Addunyaarraattii bara 2024’tti…
Bara Faranjootaa 2028’tti Diinagdeen BRICS kan biyyoota garee torbaa ni caala jedhame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Waggoottan dhufan afran keessatti qoodni oomisha waliigalaa biyyaa keessaa biyyoota miseensa garee BRICS kan Biyyootaa garee torbaa caaluu akka…