Browsing Category
Idil Addunyaa
Finciltoonni Huutii Dirooniin Doonii haleeluu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Finciltoonni Huutii Yeeman keessa socho'an har'a Xiyyaara nama maleessaan Doonii Galaana Diimarra imalaa turte haleeluu ibsameera.
Waraanni Humna…
Raashiyaa fi Veetinaam hariiroo waloo caalmaatti cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin gita isaanii Veetinaam Too Laam waliin mari'ataniiru.
Biyyoonni lamaan hariiroo waloo caalmaatti cimsuuf…
Hinditti sababa dhugaatii summaa’aan lubbuun namoota hedduu darbuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Hindi Bulchiinsa kutaa Kibbaatti sababa dhugaatii Alkoolii summaa’aan lubbuun namoota 34 darbuu gabaafame.
Namoota lubbuun darban…
Pireezidaanti Putiin Veetinaam galan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Veetinaam galaniiru.
Turtii biyyattiitti taasiisaniin Ministira Muummee fi Pireezidaantii…
Kooriyaan Kaabaa deeggarsa loltummaa Raashiyaaf akka taasistu ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Daawwannaa hojiif Kooriyaa Kaabaa kan galan Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Pireezidaantii biyyattii Kiim Joongi Uuniin simannaan agarsiisa…
Chaayinaan muddama Raashiyaa fi Yuukreen furuuf kan hojjettu ta’uu mirkaneessite
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Chaayinaan hawaasa idil addunyaa waliin ta’uun muddama Raashiyaa fi Yuukreen furuuf kan hojjettu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii beeksiise.…
Balaa Bidiruun lubbuun namoota 11 yoo darbu, namoonni 60 ol achi buuteen isaanii dhabame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Qarqara Galaanaa Xaaliyaanitti guyyaa kaleessaa balaa Bidiruu lama muudateen lubbuun namoota 11 yoo darbu, namoonni 60 ol achi buuteen isaanii dhabamuu…
Ministirri Muummee Israa’eel Kaabinee Waraanaa biyyattii diigan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Israa’eel Beeniyaamii Neetaaniyaahuun Kaabinee Waraanaa biyyattii diiguun isaanii ibsame.
Ministirri Kaabinee Waraanaa Israa'eel…
Paartileen Afrikaa Kibbaa mootummaa waloo ijaaruuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Paartileen Afrikaa Kibbaa filannoo torban lama dura gaggeefameen sagalee mootummaa ijaaruu osoo hin argatiin hafan mootummaa waloo ijaaruuf…
Biyyoonni miseensa garee 7 qabeenya Raashiyaa dhorkaman akka wabiitti qabachuun liqaa Doolaara…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Biyyoonni miseensa garee 7 qabeenya Raashiyaa akka hin sochoone dhorkaman akka wabiitti qabachuun liqaa Doolaara biiliyoona 50 Yuukreeniif eeyyamaniiru.…