Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaanti Putiin hariiroo Raashiyaa fi Afrikaa caalmaatti cimsuuf waadaa galan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadimiir Putiin hariiroo diingadee, Daldalaa fi namoomaa Raashiyaa fi Afrikaa caalmaatti cimsuuf waadaa galaniiru.…
Sababa hoo’a olaanaan balaa ibiddaa bosona qabateen lubbuun namoota 40 olii darbuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)-Sababa hoo’a olaanaan balaa ibiddaa bosona mudateen lubbuun namoota 40 olii darbuun ibsame.
Balaan ibidaa bosona Aljeeriyaa, Xaaliyaani fi Giriikitti…
Yaa’iin Afrikaa-Raashiyaa biyyoota Afrikaa 49 hirmaachise ni gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Yaa’iin Afrikaa Raashiyaa biyyoota Afrika 49 hirmaachise Raashiyaa Magaalaa Peetirsibargitti akka gaggeeffamu Kireemliin beeksise.
Yaa’ii guyyoota…
Chaayinaan Waang Yuun Ministira Alaa taasisuun muudde
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Chaayinaan Waang Yuun Ministira Ministeera Dhimma Alaa taasisuun muuddeerti.
Biyyattiin bakka Ministira Alaa duraanii Kiin Gaangi Waang Yuun muuduu…
Chaayinaan Aljeeriyaatti Doolaara biiliyoona 36’n hojii invastimaantii gaggeessuufi
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)-Chaayinaan Aljeeriyatti hojiilee invastimantii garaagaraa Doolaara biiliyoona 36’n gaggeessuuf ta’uun ibsame.
Biyyattiin dameewwan maanufakcheeringi,…
Pireezidaanti Putiin Afrikaa Kibbatti kan gaggeeffamu yaa’ii “BRICS” irratti hinhirmaatan jedhame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin, Hagayya dhufu Afrikaa Kibbatti kan gaggeeffamu yaa’ii “BRICS” irratti kan hinhirmaanne ta’uun ibsame.…
Chaayinaan ofii isheen faalama naannawaa hir’isuuf ni hojjetti–Shii Jiinpingi
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)-Chaayinaan daandii ofii isheen faalama naannawaa hir’isuuf kan hojjettu ta’uu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpingi ibsan.
Shii Jiinping, kana kan…
Faalama addunyaaf gahee olaanaa kan qooddatan Ameerikaa fi Chaayinaan dhimmicharratti mari’achuufi
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Addunyaarratti dhiibbaa jijjirama qabeenya qilleensaaf gahee olaanaa kan qaban Ameerikaa fi Chaayinaan dhimmicharratti xiyyeeffannaan mari’achuuf ta’uun…
Kaabaa Awurooppaatti ‘’Dambaliin hoo’aa‘’ babal’achaa dhufuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Biyyoota Kaaba Awurooppaa fi Kaaba Dhiha Afrikaatti hoo’i olaanaan babal’achaa jiraachuun ibsameera.
Guyyoottan dhufan keessatti biyyoota Kaaba…
NATOn gaaffii miseensummaa Yuukreen yeroof kuffisuun Zeleniskiin dheekkamsiise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Waadaa Waraana Kaaba Atileentiki gaaffii Yuukreen miseensa dhaabbatichaa ta’uuf dhiyeessite yeroof kan hin fudhanne ta’uu beeksise.…