Browsing Category
Idil Addunyaa
Koomiishiniin Awurooppa Tuuniziyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 127 eeyyame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Waliigalteewwan Gamtaa Awurooppaa fi Tuuniiziyaa gidduutti mallatteeffaman hojiirra oolchuuf Koomiishiniin Awurooppaa Tuuniiziyaaf deeggarsa Yuuroo…
Keeniyaan 2027’tti Buufata Anniisaa Niwuklilaraa ijaaruufi
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Wayita fedhiin hanga gadi lakkifama Kaarbanii hir’isuu dabalaa jirutti Keeniyaan bara 2027’tti buufata anniisaa niwukilaraa jalqaba ijaaruuf ta’uun…
Faransaay dippilomaatotaa fi loltoota ishee Niijeerii akka baastu beeksiste
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Fonqolcha Mootummaa Niijeeritti gaggeeffame hordofee Faransaay Dippilomaatota fi loltoota ishee akka achii baastu beeksiste.
Pireezidaantin Faransaay…
Beeniinitti balaa Ibiddaa Kuusaa boba’aarra qaqqabeen lubbuun namoota 35 darbe
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Beeniinitti balaa Ibiddaa Kuusaa boba'aarra qaqqabeen lubbuun namoota 35 darbuu gabaafameera.
Balaan Ibiddaa kun magaalaa Seemee Poodijjii daangaa…
Jeneraal Alburhaan marii nageenyaaf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Duraa Taa’aan Mana Maree Ce’umsaa Birmaddummaa Sudan Jeneraal Abdulfettaa Alburhaan Ajaja humna Adda Sudaan Mahammad Hamdaan Dagaaloo waliin marii…
Manni Marichaa walitti bu’iinsaa ittisuun nageenya waareessuuf fooyya’iinsa bu’uuraa akka taasiisu…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanii walitti bu’iinsaa ittisuun nageenya waareessuuf fooyya’iinsa bu’uuraa akka taasiisu…
Gosti Vaayirasii Koroonaa haaraan argame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)-Gosti Vaayirasii Koronaa “Piirolaa” jedhamu Niwuziilaandi bishaan faalamaa keessatti argamuun ibsame.
Vaayirasichi bara Faranjootaa baatii Hagayya gara…
Ruwaandaatti shakkamaan namoota 14 ajjeesee awwaalun shakkame yakka isaa amane
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Ruwaandatti shakkamaan namoota 14 ajjeesuun kutaa nyaata qopheessu keessa awwaalun shakkame yakka isaa amanuu ibsameera.
Shakkamaan umrii waggaa 34…
Humni nagaa kabachiisaa DhMG bulchinsa ishee keessaa akka ba’an Koongoon gaafatte
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Rippaabilikiin Dimokiraatawaa Koongoo humni nagaa Kabachiisaa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanii bulchiinsaa ishee keessaa saffisan akka bahan gaafatte.…
Pireezidaantiin Yuukreen DhMG aangoo sagalee sagaleen haquu Raashiyaa akka kaasu gaafatan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodimiir Zalaaniskiin Dhababanni Mootummoota Gamtoomanii aangoo sagalee sagaleen haquu Raashiyaa akka kaasu gaafataniiru.…